Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR
  • SBO BITOOTESSA 25, 20240

    READ MORE
  • SBO BITOOTESSA 24,2023

    SBO BITOOTESSA 24,20230

    Dhibdee polotikaa Impaayera Itophiyaa fi Gaanfa Afrikaa mata duree jedhu jalatti dhimmoota adda addaa Itophiyaa ilaallatan, kan haala yeroo of keessaa qaban, addatti haala Oromiyaa fi deemsa qabsoo bilisummaa Oromoo irratti YouTube Channel SNN Jaal Abbaa Caalaa Lataa waliin marii godhee jira. Kutaa jalqabaa marii kanaatu dhihaata.

    READ MORE
  • SBO BITOOTESSA 22,2023

    SBO BITOOTESSA 22,20230

    Waggoota shanan dabran kana, akka waan Oromoon aangoo qabatee jirutti beekaa fi wallaalaa, firaa fi alagaatiin yommuu afarfamu ni dhaga’ama. Kun sababoota lama irraa madduu mala. Sababni duraa, warri sirnicha irraa fayyadamoo tahe sirnichi akka ummata Oromoo irraa deeggarsa argatuuf yaadanii ti. Faayidaa fi aangoo sirnicha irraa argatan tikfachuuf ummata afanfaajjessanii sirna nafxanyaa ammayoomee fi abshaalome jala hiriirsuuf dhama’u.

    Sababni biroon, wallaalaa fi hubannoo dhabiinsa irraa taha. Maalummaa sirnaa fi aangoo nam-tokkee beekuu dhabuu irraa waan dhufu taha. Nama tokkicha ykn namoota muraasa aangoo gurguddaa qaban laalanii akka sirnichi kan Oromoo taheetti warra fudhatanii dha. Kun dogoggora guddaa dha.

    Gabaasa Jaarmaa Dubartootaa fi Daa’immanii ABO Biyya Alaa kan March 8 Guyyaa dubartootaa kutaa 3ffaa fi xumura

    READ MORE
  • SBO BITOOTESSA 22, 2024

    SBO BITOOTESSA 22, 20240

    ODUU, Lola qinda’aa Oromoo Walloo irratti deemsisamaa jiru ilaalchisee Ibsa ABO, akkasumas Dhimmoota garagaraa irratti Marii Dr.Dassaalenyi Nagarii Guyyoo waliin godhame

    READ MORE
  • SBO BITOOTESSA 20, 2024

    SBO BITOOTESSA 20, 20240

    ODUU, Weerara finxaaleyyiin Faannoo fi poolisootni naannoo Amaaraa Oromoo Walloo irratti bananii jiran ilaalchisuun gaaffii fi deebii jiraataa tokko waliin godhame, Marii Miidiyaan SNN Hayyuu Oromoo Prof.Asaffaa Jaallataa waliin godhe irraa kan fudhatame

    READ MORE
  • SBO BITOOTESSA 19, 2025

    SBO BITOOTESSA 19, 20250

    READ MORE
SBO