Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR
  • SBO AMAJJII 06,2023

    SBO AMAJJII 06,20230

    ODUU, Gabaasa Dhiittaa Mirga Dhala Namaa Itophiyaa keessaa…Haala manneen hidhaa keessatti Hogganoota, qondaalotaa fi miseensota ABO mudate irratti fuulleffata

    READ MORE
  • SBO AMAJJII 04,2023

    SBO AMAJJII 04,20230

    Oduu fi Qophiilee adda addaa

    READ MORE
  • SBO AMAJJII 01,2023

    SBO AMAJJII 01,20230

    ODUU FI DHAAMSA BARA HAARAA ABO KAN 2023

    READ MORE
  • SBO AMAJJI 03, 2024

    SBO AMAJJI 03, 20240

    ODUU, Godina Hoorroo Guduruu Wallaggaa Ona Hoorroo Bulluqitti finxaaleyyiin Amaaraa babal’ifannaa lafaa fi saamicha qe’ee fi qabeenya Oromoof bobba’an qonnaan bulaa Obbo Taaddalaa Tarfaasa gaafa 19, 05, 2016 A.L.I tti bakka loon isaa bobbaafatee jirutti ajjeesanii akka biraa deeman ilmi isaanii Abbabaa Taaddalaa SBOtti himee jira.

    Gaaffii fi deebii miseensa hoogganaa ABO Jaal Dhugaasaa Bakakkoo waliin goone kutaa lammaffaa fi xumura

    READ MORE
  • SBO ADOOLESSA 31, 2023

    SBO ADOOLESSA 31, 20230

    ODUU, Gdiraa fi roorroon Oromoo irra gahu daran hammaataa, bultii irraa bultiitti cimaa deeme malee waan irraa dhaabbate hin qabu. Malaa fi bifa adda addaan cunqursaa fi saamichi, roorroo fi gidiraan, hidhaa fi ajjechaan raawwatamu guyyuu karaa hundaan daangaa isaa babal’ifataa jiraachuutu argama. Oromoon kana keessummeessaa, sirna PP urursaa haga yoomiitti jiraataan gaaffii dha. Ajjeefamaa, hidhamaa fi mirga mulqamaa jiraachuu aadaa godhatuun, balaa caaluuf of qopheessuu dha. Qophiin keenya dhimma kana irratti fuulleffatu oduutti aanee isinii dhihaata.
    o Dinagdee fi Qabeenya irratti hubannoo ummatni Oromoo qabu maal fakkaata kan jedhu gabroomfattootaan walqabsiisanii ibsa ykn xiinxala gabaabaa Jaal Ayyaanaa Goobanaa Miidiyaa Dhaddacha Oromoo irratti dhiheessan irraa kan arganne kutaa duraa ammoo xumura qophii keenyaa godhannee gama keessaniin geenya.

    READ MORE
  • SBO ADOOLESSA 27, 2024

    SBO ADOOLESSA 27, 20240

    ODUU, Ibsa Gaddaa ABO, Ibsa Ejjennoo Kora Gamtaa Miseensota ABO Godinaalee Awurooppaa fi UK, Gaaffii fi deebii Jaal Tumsaa Dibbee waliin

    READ MORE
SBO