Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo


Haala yeroo irratti ibsa ABO
READ MORE
Fulbaana 20 2023 Godina Wallaggaa Lixaaa Ona Ganjii ganda Busanuu Qawusootti hidhattoonni mootummaa PP sababa tokkoon alatti Obbo Yuusuf Moosisaa nama jedhaman rasaasa itti roobsanii akka ajjeesan maddeen SBO gabaasanii jiru.
READ MORE
“𝙎𝙚𝙚𝙣𝙖𝙖𝙣 𝘼𝙖𝙣𝙤𝙡𝙚𝙚 𝙛𝙞 𝘾𝙖𝙡𝙞𝙞 𝘾𝙖𝙡𝙖𝙣𝙦𝙤𝙤 𝙎𝙚𝙚𝙣𝙚𝙨𝙨𝙖 𝙌𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚 𝙙𝙝𝙖” jedhanii leenjii barsiisotaaf laatan irratti dubbachuun qondaalota olaanoo Biltsiginnaa seenaa wallaaluu ykn seenaa dabsuun awwaaluu irraa madda jennee amanna.
READ MORE
Ajjeechaan Itti Yaadamee Malaan Ummata Nagaa Hidhannoo Hin Qabne Irratti Raawwatamu Gocha Gara Jabeenyaa fi Yakka Waraanaa ti.
READ MORE
Dhuma irratti nuti Caasaan Jaarmiyaa ABO Giddu-Galeessaa Jaala keenya Jaal Battee Urgeessaa imala qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti fakkii inni kaa’ee darbe cichoomina, kutannoo fi murannoo inni qabsoo sabaaf qabu irraa baranneerra.
READ MORE
Waggoota shanan darban mootummaan yakka raawwatameef kallattii komii jijjiiruu fi qaama biraa aarsaaf qopheessuu hojii guyyuu taasifatus, lammiilee biyyaaf bu’aa homaatuu argamsiisuu hin dandeenye.
READ MORE