Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Ajjeechaan Itti Yaadamee Malaan Ummata Nagaa Hidhannoo Hin Qabne Irratti Raawwatamu Gocha Gara Jabeenyaa fi Yakka Waraanaa ti.
READ MORE
Dhuma irratti nuti Caasaan Jaarmiyaa ABO Giddu-Galeessaa Jaala keenya Jaal Battee Urgeessaa imala qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti fakkii inni kaa’ee darbe cichoomina, kutannoo fi murannoo inni qabsoo sabaaf qabu irraa baranneerra.
READ MORE
Waggoota shanan darban mootummaan yakka raawwatameef kallattii komii jijjiiruu fi qaama biraa aarsaaf qopheessuu hojii guyyuu taasifatus, lammiilee biyyaaf bu’aa homaatuu argamsiisuu hin dandeenye.
READ MORE
Ummanni Oromoo Oromiyaa fi addunyaa mara jiraatu karaa danda’ame hundaan karaa nagaa fi seera qabeessa ta’een gocha hammeenyaa fi jal’inaa kana dura akka dhaabbatu, mormuu fi balaaleffatu cimsinee gaafanna.
READ MORE
Raayyaan Ittisa Biyyaa lammiilee biyyattii diina alaa irraa eeguu fi nageenya isaanii mirkaneessuun ga’ee irraa eegamu ta’ee osoo jiru, itti gaafatamummaa kana dagachuudhaan ummata nagaa jeequu fi dararuu, keessumaa immoo dargaggoota bu’uura dhaloota egeree ta’an dhabamsiisuu irratti fuuleffatanii jiru.
READ MORE
Yakka Ajjechaa Godina Gujii keessatti dubartii ulfaa irratti raawwatame
READ MORE