Mootummaan Ertiraa Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa Fulbaana booda gara Asmaraa akka hin imalle dhorkuun dhaga’ame0
- ODUU
- July 24, 2024
Mootummaan Ertiraas ergaa imaltoota Daandii Qilleensaa Itoophiyaaf dabarseen, imaltoonni Fulbaana 30 booda daandiin qilleensichaan balali’uuf karoorfatan filannoo biraa akka barbaaddatan hubachiisuu ibsu maddeen.
READ MORE
Sagalee Bilisummaa Oromoo








