Godina Lixa Shaggar keessatti Roorroon Mootummaa Bilxiginnaan Ummata irra gahu sadarkaa maleetti hammaatuun dhaga’ame0
- ODUU
- June 3, 2024
Keessumaa Onoota Abuunaa Gindabaratii fi Gindabarat keessatti yakki ulfaataan ummata irratti raawwatamaa jiru akkaan hamaa dha. Jumlaan hidhuu, qabeenya saamuu fi manneen ummataa barbadeessuun dalagaa hidhattootaa fi kaabinoota PP ta’ee jira.
READ MORE
Sagalee Bilisummaa Oromoo










