Reebicha Ulfaataa, Yakka Namoomaa Yaalii Ajjeechaa (Assassination Attempt) Hooggana ABO Ol’aanaa fi Gameessa (Senior) Irratti Raawwatame Gadi Jabeesinee Balaaleffanna – Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)0
- IBSOOTA
- November 18, 2023
Mootummaan Noorwey biyya isaa keessatti lammii isaanii, miseensa keenya roorriftootaan yakki ulfaataan kun guyyaa saafaa irratti raawwatame qoratee, bu’aa qorannoo isaa akka ifoomsu Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n abdii qaba; abdiinis eega.
READ MORE
Sagalee Bilisummaa Oromoo












