SBO MUDDE 08, 20230
- SUUR-SAGALEE
- December 8, 2023
ODUU, Du’aan boqotuu Aadde Urgee Dinagdee ilaalchisuudhaan xiqqummaa irraa hanga guddummaa isheetti kan itti dhiheenyaan ishee beeku Jaal Maaramaa Fufaa waliin gaaffii fi deebii taasisame,
Marii Waadaa Miidiyaan mata duree Oromootu wal lola moo, sirnatu Oromoo lola jedhu jalatti Dr.Dassaalenyi Guyyoo fi Dr.Kostee Abdiisaa waliin godhe irraa kan fudhatame kutaa lammaffaa
READ MORE
Sagalee Bilisummaa Oromoo












