• 𝐂𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐈𝐦𝐩𝐚𝐚𝐲𝐞𝐫𝐚 𝐈𝐭𝐨𝐩𝐡𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐣𝐚𝐥𝐚𝐭𝐭𝐢!

    𝐂𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐈𝐦𝐩𝐚𝐚𝐲𝐞𝐫𝐚 𝐈𝐭𝐨𝐩𝐡𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐣𝐚𝐥𝐚𝐭𝐭𝐢!0

    Lixa Shaggar Ona Gindabarat gandoota 22 keessaa ummata 10, 000 ol ta’utu qe’ee ofii irraa buqqaafame

    READ MORE
  • SBO MUDDE 18, 2023

    SBO MUDDE 18, 20230

    ODUU, Kibba Baha Oromiyaa Godina Baalee Bahaa Ona Sawweenaatti Dhibeen Koleeraa ka’uun gandoota hedduu keessatti namoota baay’ee miidhuun wal qabatee haala rakkoo godia Kibba Bahaa keessa jiru irratti marii SBOn Jaal Hundee Daraaraa waliin godhe kutaa 1ffaa,

    Ajjechaa jumlaa Godinoota Oromiyaa keessatti deemsisamaa jiru ilaalchisuun Ijoo Dubbii ABOn tibbana baasee fi deebii gama mootummaa fi dhaabaan jiru irratti hundaawuun marii SNN Dr.Dassaalenyi Guyyoo waliin godhe irraa kan fudhanne kutaa jalqabaa

    READ MORE
  • SBO MUDDE 15, 2023

    SBO MUDDE 15, 20230

    ODUU, 𝐆𝐨𝐜𝐡𝐚 𝐒𝐮𝐮𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐔𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐍𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐑𝐚𝐚𝐰𝐰𝐚𝐭𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮𝐮𝐟 𝐊𝐚𝐧 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐆𝐚𝐚𝐟𝐚𝐭𝐚𝐦𝐮 𝐌𝐨𝐨𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐏𝐏 𝐃𝐫.𝐀𝐛𝐢𝐲𝐲𝐢𝐢 𝐀𝐡𝐦𝐚𝐝𝐢𝐢𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐟𝐚𝐦𝐮𝐮 𝐃𝐡𝐚 – 𝐈𝐣𝐨𝐨 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐀𝐝𝐝𝐚 𝐁𝐢𝐥𝐢𝐬𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 (𝐀𝐁𝐎),

    Marii Waadaa Miidiyaan mata duree Oromootu wal lola moo, sirnatu Oromoo lola jedhu jalatti Dr.Dassaalenyi Guyyoo fi Dr.Kostee Abdiisaa waliin godhe irraa kan fudhatame kutaa xumuraa

    READ MORE
  • SBO MUDDE 13, 2023

    SBO MUDDE 13, 20230

    ODUU, Ijoo Dubbii ABO, Marii Waadaa Miidiyaan mata duree Oromootu wal lola moo, sirnatu Oromoo lola jedhu jalatti Dr.Dassaalenyi Guyyoo fi Dr.Kostee Abdiisaa waliin godhe irraa kan fudhatame kutaa sadaffaa

    READ MORE
  • Gocha Suukanneessaa Ummata Nagaa Irratti Raawwatamaa Jiruuf Kan Itti Gaafatamu Mootummaa PP Dr.Abiyyii Ahmadiin Durfamuu Dha – Ijoo Dubbii ABO

    Gocha Suukanneessaa Ummata Nagaa Irratti Raawwatamaa Jiruuf Kan Itti Gaafatamu Mootummaa PP Dr.Abiyyii Ahmadiin Durfamuu Dha – Ijoo Dubbii ABO0

    Hiraarsaa fi hararaafama itti fufiinsaan mootummaan PP ummata keenya irratti raawataa jiruuf, ummanni Oromoo bal’aan, lammiileen Oromiyaa, sabaa fi sab-lammoonni, ummatoonni biyya kanaa dinne didaan dura dhaabbachuu qabu – ABO

    READ MORE
  • SBO MUDDE 11, 2023

    SBO MUDDE 11, 20230

    Haala Nageenyaan walqabatee Guutumma Goleelee Oromiyaa keessatti dhiibbaa fi dhiittaa ummata Oromoo irra gahaa jiru, addatti rakkoo lixa Oromiyaa Godina Wallaggaa Lixaa Onoota gara garaa keessatti tahaa jiran irratti marii jiraataa Ona Qondaalaa Obbo Dagaagaa Barii waliin taasisame

    Marii Waadaa Miidiyaan mata duree Oromootu wal lola moo, sirnatu Oromoo lola jedhu jalatti Dr.Dassaalenyi Guyyoo fi Dr.Kostee Abdiisaa waliin godhe irraa kan fudhatame kutaa sadaffaa

    READ MORE

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR
SBO