Ijoollee Umriin Isaanii Waraanaaf Hin Geenye Lolaaf Qopheessuun Mootummaa PP, Gaafatamni Kan Itti Hin Dhaga’amne Ta’uu Isaa Mul’isa – Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo0
- IBSOOTA
- December 27, 2023
Ummatni Oromoo fi lammiileen Oromiyaa ilmaan isaanii waraana hiika hin qabnee fi aangoo paartii PP tiksuuf qopheeffamuuf ilmaan isaanii dabarsanii akka hin laanne, haga danda’ametti ilmaan isaaniif eegumsaa fi tika barbaachisu akka godhaniif ABOn hiree kanaan yaadachiisa.
READ MORE
Sagalee Bilisummaa Oromoo











