Yaadannoo Waggaa 3ffaa Ajjeefamuu Artistii Jaallatamaa Hacaaluu Hundeessaa Ilaalchisee Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo – ABO0
- IJOO DUBBII
- June 29, 2023
Artistii fi qabsaawaan Oromoo Haacaaluu Hundeessaa imaanaa artistoota haqa saba isaaniif jedhanii diinaan ajjeefamanii baatee, aartii sirbaatiin aadaa, afaan, eenyummaa, seenaa fi duudhaa Oromoo dagaagsuu keessatti qooda olaanaa qaba.
READ MORE
Sagalee Bilisummaa Oromoo












