SBO EBLA 30, 20230
- SUUR-SAGALEE
- April 30, 2023
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti ajjechaa, hidhaa, saamichaa fi ummata buqqisuun, akkasumas miidhaaleen garagaraa ummata irra gahu amma illee gudunfaa hin arganne. Waraanni mootummaas, humni faannoos bifa adda addaan godina kana keessatti ummata irraan miidhaa dhaqqabsiisaa jiru. Kana irratti jiraataa Godina Wallagga Bahaa dubbisnee jirra.
READ MORE
Sagalee Bilisummaa Oromoo











