𝐈𝐉𝐉𝐈𝐈𝐑𝐀𝐌𝐍𝐈 𝐈𝐃𝐃𝐎𝐎 𝐃𝐇𝐀𝐁𝐈𝐈𝐒𝐀 𝐇𝐀𝐐𝐀𝐀 𝐒𝐈𝐑𝐑𝐈𝐈 𝐇𝐈𝐍 𝐓𝐀𝐀𝐒𝐈𝐒𝐔 – IBSA ABO 08-01-20230
- IBSOOTA
- January 8, 2023
Kanaafuu, Mootummoota Gamtooman, Mootummaa Rippaabilika Keeniyaa, Afrikaa Kibbaa, Gamtaa Awrooppaa fi Gamtaa Afrikaa dabalatee; Hawaasni Idil-addunyaa dhangala’uu dhiigaa fi buqqa’iinsa namoota nagaa kanneen akka dubartootaa, daa’immanii fi maanguddootaa Oromiyaa keessaa akka dhaabsisan waamicha ni taasifna.
READ MORE
Sagalee Bilisummaa Oromoo











