Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR
  • SBO MUDDE 04, 2023

    SBO MUDDE 04, 20230

    ODUU, Miidhaa ulfaataa ummata Oromoo irra gahaa jiru, addatti hidhaa fi ajjechaa jumlaa, maqaa WBO waliin hidhata qabduun dhiheenya kana Kibba-baha Oromiyaa Godinoota Arsii fi Baalee keesdsatti waraana Biltsiginnaan ummata Oromoo irratti raawwatamaa jiru irratti marii Hoogana ABO Godina Kibbaa-bahaatti argaman Jaal Hundee Daraaraa waliin goone…

    READ MORE
  • SBO MUDDE 01, 2023

    SBO MUDDE 01, 20230

    Oduu, Ajjechaa jumlaa waraanni sirna Biltsiginnaa tibbana Godina Lixa Wallaggaa Ona Gidaamii keessatti amantoota irratti raawwate ilaalchisee gaaffii fi deebii jiraataa naannoo waliin taasisamee fi Marii SNN dhimma Hiree Murteeffannaa irratti Dr.Baaroo Qannoo waliin godhe irraa fudhatame kutaa sadaffaa fi isa xumuraa

    READ MORE
  • SBO SADAASA 29, 2023

    SBO SADAASA 29, 20230

    Oduu, Seenaa gabaabaa qabsa’aa fi sabboonaa Oromoo Jaal Abdurrazzaaq ykn Abbee Abbaa Biyyaa Abbaa Diiduu Sadaasa 26, 2023 boqotee fi dhimma Hiree Murteeffannaa ilaalchisee Dr.Baaroo Qannoo tibba darbe miidiyaa SNN waliin marii godhanii turan irraa kan fudhanne kutaa lammaffaa

    READ MORE
SBO