Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo


Mootummaan Noorwey biyya isaa keessatti lammii isaanii, miseensa keenya roorriftootaan yakki ulfaataan kun guyyaa saafaa irratti raawwatame qoratee, bu’aa qorannoo isaa akka ifoomsu Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n abdii qaba; abdiinis eega.
READ MORE
Dr Degafa is a peaceful person who serviced his fellow Norwegian citizens and the Oromo people for decades through his professional career as a medical doctor.
READ MORE

Bara 2018 yeroo ABOn gara biyyaa gale miseensa koree simannaa ABO Ona Collee tahuun tajaajilaa ture. Sana boodas damee Siyaasaa fi Jarmaatti ramadamuun Wajjira ABO Onichatti banuuf yaalee erga dhowatamee booda, haaromsa koree ABO Godina Arsii godhameen bara 2022 godinaatti ramadamee tajaajilaa ture.
READ MORE
Oduu, Kibba-baha Oromiyaa Ona Gadab Asaasaa keessaa maqaa WBO deggertu jedhuun Biltsiginnaan ummata dararaa jira. Kana irratti jiraattota naannoo dubbisneerra; kutaa lammaffaa fi isa dhumaa
Marii Miidiyaan Dhaddacha Oromoo haala waliigalaa Oromiyaa keessaa fi cunqursaa ummata Oromoo irra PPn geessifamaa jiru irratti marii hayyoota Oromoo waliin godhe irraa kan fudhanne kutaa lammaffaa
READ MORE
Oduu, Kibba-baha Oromiyaa Ona Gadab Asaasaa keessaa maqaa WBO deggertu jedhuun Biltsiginnaan ummata dararaa jira. Kana irratti jiraattota naannoo dubbisneerra.
Marii Miidiyaan Dhaddacha Oromoo haala waliigalaa Oromiyaa keessaa fi cunqursaa ummata Oromoo irra PPn geessifamaa jiru irratti marii hayyoota Oromoo waliin godhe irraa kan fudhanne kutaa jalqabaa
READ MORE