Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo


ODUU, Qophii haala yeroo irratti hundaa’ee fi Dinagdee fi Qabeenya irratti hubannaa ummata Oromoo kan jedhu xiinxala Jaal Ayyaanaa Goobanaa kutaa lammaffaa fi xumura
READ MORE
ODUU, Gdiraa fi roorroon Oromoo irra gahu daran hammaataa, bultii irraa bultiitti cimaa deeme malee waan irraa dhaabbate hin qabu. Malaa fi bifa adda addaan cunqursaa fi saamichi, roorroo fi gidiraan, hidhaa fi ajjechaan raawwatamu guyyuu karaa hundaan daangaa isaa babal’ifataa jiraachuutu argama. Oromoon kana keessummeessaa, sirna PP urursaa haga yoomiitti jiraataan gaaffii dha. Ajjeefamaa, hidhamaa fi mirga mulqamaa jiraachuu aadaa godhatuun, balaa caaluuf of qopheessuu dha. Qophiin keenya dhimma kana irratti fuulleffatu oduutti aanee isinii dhihaata.
o Dinagdee fi Qabeenya irratti hubannoo ummatni Oromoo qabu maal fakkaata kan jedhu gabroomfattootaan walqabsiisanii ibsa ykn xiinxala gabaabaa Jaal Ayyaanaa Goobanaa Miidiyaa Dhaddacha Oromoo irratti dhiheessan irraa kan arganne kutaa duraa ammoo xumura qophii keenyaa godhannee gama keessaniin geenya.

Oduu fi Marii Abbaa Seeraa Godina Qellem Wallaggaa waliin
READ MORE
ODUU, Du’aan boqotuu Art.Ibraahim Aadam ilaalchisuun Ibsa Gaddaa ABO fi Waggaa 50ffaa hundeeffama ABO sababeeffachuun gaaffii fi deebii hayyuu Oromoo Obbo Asfawuu Tihunee waliin goone kutaa xumuraa
READ MORE
Sab-boonaa qabsa’aa Oromoo Art.Ibraahim Aadam, ejjennaa fi jabina kaayyoo saba isaaf qabu irraa mootummaan wayyaanee qabee hidhuudhaan gidirsaa fi miidhaa irraan gahaa akka tures seenaan isaa ni agarsiisa.
READ MORE