Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo


Godina Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti ajjechaa, hidhaa, saamichaa fi ummata buqqisuun, akkasumas miidhaaleen garagaraa ummata irra gahu amma illee gudunfaa hin arganne. Waraanni mootummaas, humni faannoos bifa adda addaan godina kana keessatti ummata irraan miidhaa dhaqqabsiisaa jiru. Kana irratti jiraataa Godina Wallagga Bahaa dubbisnee jirra.
READ MORE
Du’aan addunyaa kana irraa boqochuu qabsa’aa Art.Zarihun Wadaajoo ilaalchisee Ibsa Gaddaa ABO irraa ba’ee fi seenaa Art.Zarihun Wadaajoo keessaa hanga muraasa kan argannee fi sirboota isaa irra dhaabbannee kan qindeessanne…
READ MORE
Hidhamtoota Siyaasaa Irratti Gocha Hammeenyaa Dhala Namaaf Hin Malle Raawwachuu fi Dhaabbataalee Seera Qabeessa ta’an Xureessuun Mallattoo Mootummaan Abbaa Irree Ittiin Beekamuu dha.
Gaggeessitootaa fi Qondaaltota Isaa Achiin Buuteen Isaanii Dhabame Ilaalchisee Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo
READ MORE
Sarbiinsi mirga namoomaa gaggeessitoota isaa irratti raawwatamu daran jabaatee kan itti fufee jiru ta’uu Addi Bilisummaa Oromoo ABOn ummata Oromoo yaadachiisuu barbaada. Hoogganoota isaanii fi lammiilee isaanii sarbama akkasii irraa eeguun ga’ee fi itti gaafatamummaa ummata Oromoo ti.
READ MORE
The OLF reminds the Oromo people that the rights abuses of its leaders have continued unabated. It only rests on their shoulder to protect their leaders and fellow citizens from such violations.
READ MORE