Du’aan Boqochuu Sheek Adam Tuulaa Ilaalchisee – Ijoo Dubbii ABO
- IJOO DUBBII
- October 19, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo
Bara 2018 wayta Hogganni ABO gara biyyaatti deebi’u, simannaa Jila ABO Onkoloolessa 06,2018 magaalaa D.Doollootti godhame kanneen adda durummaan qindeessaa turan keessaa isaan tokko turan.
READ MOREKanaan alatti Obbo Qannoo Shiboo dhimma hawaasaa keessatti gorsaa, qajeelchaa fi ulfaataa jaarsa biyyaa turan kan jedhan jiraattotni magaalaa D.Doolloo, Odaa guddaa, utubaa fi dagaleetu nu irraa boqote jechuun jaalala isaan hawaasa keessatti qaban mul’isaniiru.
READ MOREODUU, Hongee fi Beela Godina Booranaa irratti ibsa dhugaa irraa fagaate mootummaan naannoo Oromiyaa kennaa jiru irratti gabaasa qindaa’e, Hongee Godina Booranaa fi Siyaasa Bilxiginnaa fi Dhimma Oromoo Miidiyaalee irraa
READ MOREከ ተቃዋሚ ፓርቲዎች ኮከስ የተሰጠ አስቸኳይ መግለጫ
READ MOREAkka maddeen naannoo sanii nuuf gabaasanitti dargggoonni Qeerroon miliishota hidhatanii jiran uleen dura dhaabbatanii of irraa deebisuun ijoollee Oromoo hidhamanii turan baraaraniiru.
READ MOREIbsa ABO, Hongee Kibba Oromiyaa Godina Booranaa irratti gaaffii fi deebii jiraataa tokko waliin deemsisame, Garri itti deemamu haalaan rakkisaa dha.
READ MOREHongee fi Beela Kibba Oromiyaa, Godina Booranaa
READ MORE