Du’aan Boqochuu Sheek Adam Tuulaa Ilaalchisee – Ijoo Dubbii ABO
- IJOO DUBBII
- October 19, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo
ODUU fi Haala yeroo irratti Gaaffii fi deebii Miidiyaan YouTube Channel SNN Jaal Abbaa Caalaa Lataa waliin taasise – kutaa xumuraa
READ MOREDhibdee polotikaa Impaayera Itophiyaa fi Gaanfa Afrikaa mata duree jedhu jalatti dhimmoota adda addaa Itophiyaa ilaallatan, kan haala yeroo of keessaa qaban, addatti haala Oromiyaa fi deemsa qabsoo bilisummaa Oromoo irratti YouTube Channel SNN Jaal Abbaa Caalaa Lataa waliin marii godhee jira. Kutaa jalqabaa marii kanaatu dhihaata.
READ MOREWaggoota shanan dabran kana, akka waan Oromoon aangoo qabatee jirutti beekaa fi wallaalaa, firaa fi alagaatiin yommuu afarfamu ni dhaga’ama. Kun sababoota lama irraa madduu mala. Sababni duraa, warri sirnicha irraa fayyadamoo tahe sirnichi akka ummata Oromoo irraa deeggarsa argatuuf yaadanii ti. Faayidaa fi aangoo sirnicha irraa argatan tikfachuuf ummata afanfaajjessanii sirna nafxanyaa ammayoomee fi abshaalome jala hiriirsuuf dhama’u.
Sababni biroon, wallaalaa fi hubannoo dhabiinsa irraa taha. Maalummaa sirnaa fi aangoo nam-tokkee beekuu dhabuu irraa waan dhufu taha. Nama tokkicha ykn namoota muraasa aangoo gurguddaa qaban laalanii akka sirnichi kan Oromoo taheetti warra fudhatanii dha. Kun dogoggora guddaa dha.
Gabaasa Jaarmaa Dubartootaa fi Daa’immanii ABO Biyya Alaa kan March 8 Guyyaa dubartootaa kutaa 3ffaa fi xumura
READ MOREGaaffii fi Deebii Hoggantoota Waltajjii Marii Oromiyaa Idi Addunyaa waliin godhame kutaa lammaffaa
READ MORESeenaan qabsoo bilisummaa Oromoos bara baraan isaan yaadata.
READ MOREODUU, Jaarmaa Dubartootaa fi Daa’immanii ABO Biyya Alaa kutaa 2ffaa fi Gaaffii fi Deebii Hoggantoota Waltajjii Marii Oromiyaa Idi Addunyaa waliin godhame kutaa jalqabaa.
READ MOREODUU, Paartileen mormitootaa waltajjii dhiitanii ba’a; Kibba Oromiyaa Godina Booranaatti Hongee dhalateen walqabatee Beelli seene amma illee ummata miliyoonatti herregamuuf yaaddoo dha
READ MORE