Du’aan Boqochuu Sheek Adam Tuulaa Ilaalchisee – Ijoo Dubbii ABO
- IJOO DUBBII
- October 19, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo
Waan taheef, Ummanni Oromoo hayyoota/elitoota Amaaraa hookkara uumanii Finfinnee irratti ibidda qabsiisuun gaaga’amaa fi jeequmsa uumuuf dhaadatan irraa ofii fi magaalota isaa (Finfinnee fi kanneen biroo) akka tiksu waamicha taasise.
READ MOREGurmuun jaarmayaalee Oromoo Guutuu Addunyaa 51 of jalatti hammate ibsa Bitootessa 30, 2023 baaseen, dabaa-cubbuu, dhugaa jallisuu, burjaajii uumuu fi seenaa dabsanii akka dantaa isaanii qofa tiksutti dhiyeessuudhaan yakka hamaa leellistoonni sirna Habashaa, hayyoota Amaaraa ofiin jedhan saba Oromoo irratti raawwataa jiran ibsa tibbana baaseen cimsee balaaleffatee jira. Cuunfaa gabaasaa ibsa kanaa qabna.
Gaaffii fi deebii Waadaa Miidiyaan haala yeroo irratti Obbo Ibsaa Fayyisaa waliin taasise irraa kan fudhanne kutaa lammaffaa
READ MOREDhugaa yo dubbanne Oromoof jijjiiramni sirna PP jalatti dhufe hin jiru.
READ MOREDaraaraan hidhattoota mootummaan Oromoota Karrayyuu irratti raawwatamu ammallee itti fufee jira. Miseensa tuuta Gadaa Michillee warra waraanni mootummaa dhiheenya reebicha hamaa irratti geggeesse baay’ee dha. Walumaagala Karrayyuun har’as miidhama ulfaataa jalatti argama.
Gaaffii fi deebii Waadaa Miidiyaan haala yeroo irratti Obbo Ibsaa Fayyisaa waliin taasise Youtubii miidiyichaa irraa arganne kutaa jalqabaa
READ MOREHawaasni Karrayyuu duguuggaa Muddee 01, 2021 humnoota mootummaatiin Hogganoota Gadaa isaatii irratti raawwatameef osoo haqa hin argatin itti fufiinsaan haleellaa marsaa biraa keessummeessaa jira,
READ MOREKarri Hayyuu erga hidhattoota mootummaan goolamuu eegalee bubbuleera. Ajjeechaa fi reebichi, hidhaa fi dararaan akkasumas manaa fi qabeenyaan isaanii kaan saamameera; kaan ammoo ibiddaan barbadaaweera.
READ MOREWaraanni Mootummaa Bilxiginnaa Godina Shaggar Lixaa keessatti yakka ummata nagaa irratti raawwatu itti fufe.
READ MOREArtist Zarihun erga Hindii dhaqqabeen booda ogeeyyiin fayyaa dursa miili isaa lamaan yaalamuu akka qabu maatiitti himuu kan ibse BBCn, haaluma kanaanis miili isaa lamaan waldhaansi baqaqsanii yaaluu akka godhameef, BBCn haadha warraa Art.Zarihun Wadaajoo waabeffachuun gabaaseera. Erga waldhaansi baqaqsanii yaaluu godhameefiin booda garuu dhukkubsatuu, dubbachuu dadhabuu fi dhibeen isaa itti hammaatuu Aadde Olaantuun BBCitti dubbataniiru
READ MORE