Du’aan Boqochuu Sheek Adam Tuulaa Ilaalchisee – Ijoo Dubbii ABO
- IJOO DUBBII
- October 19, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti ajjechaa, hidhaa, saamichaa fi ummata buqqisuun, akkasumas miidhaaleen garagaraa ummata irra gahu amma illee gudunfaa hin arganne. Waraanni mootummaas, humni faannoos bifa adda addaan godina kana keessatti ummata irraan miidhaa dhaqqabsiisaa jiru. Kana irratti jiraataa Godina Wallagga Bahaa dubbisnee jirra.
READ MOREDu’aan addunyaa kana irraa boqochuu qabsa’aa Art.Zarihun Wadaajoo ilaalchisee Ibsa Gaddaa ABO irraa ba’ee fi seenaa Art.Zarihun Wadaajoo keessaa hanga muraasa kan argannee fi sirboota isaa irra dhaabbannee kan qindeessanne…
READ MOREHidhamtoota Siyaasaa Irratti Gocha Hammeenyaa Dhala Namaaf Hin Malle Raawwachuu fi Dhaabbataalee Seera Qabeessa ta’an Xureessuun Mallattoo Mootummaan Abbaa Irree Ittiin Beekamuu dha.
Gaggeessitootaa fi Qondaaltota Isaa Achiin Buuteen Isaanii Dhabame Ilaalchisee Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo
READ MORESarbiinsi mirga namoomaa gaggeessitoota isaa irratti raawwatamu daran jabaatee kan itti fufee jiru ta’uu Addi Bilisummaa Oromoo ABOn ummata Oromoo yaadachiisuu barbaada. Hoogganoota isaanii fi lammiilee isaanii sarbama akkasii irraa eeguun ga’ee fi itti gaafatamummaa ummata Oromoo ti.
READ MOREThe OLF reminds the Oromo people that the rights abuses of its leaders have continued unabated. It only rests on their shoulder to protect their leaders and fellow citizens from such violations.
READ MOREEbla 15 GGO irratti Haasaa HD ABO Jaal Daawud Ibsaa taasisan
READ MOREGuyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo Ebla 15 ilaalchisee Ibsa ABO fi Walaloo guyyaa kana ilaallatu Jaal.Mikaa’el Booranaan arma dura qindaa’e irra deebiin…
READ MOREHar’a illee kaayyoo kanaaf wareegama gugurdaatu kafalamaa jira. Ilmaan Oromoo hedduun qabsoo bilisummaatiif qaamaa hir’atanii, hedduunis maatii fi qabeenya isaanii itti dhabaa jiru. Hogganootaa fi qondaaloti ABO kan keessatti argaman miseensotnii fi sab-boontotni Oromoo kumootaan lakka’aman manneen hidhaa garagaraa keessatti hiraarfamaa jiru.
READ MORE