Du’aan Boqochuu Sheek Adam Tuulaa Ilaalchisee – Ijoo Dubbii ABO
- IJOO DUBBII
- October 19, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo
ODUU, Rakkoo Baqattoota Oromoo Biyya Sudaan, Kabaja GGO Edmenten Kanadaa…
READ MOREGuyyaan Yaadannoo Gootota Wareegamtoota Oromoo Edmenten, Kanadaatti Yaadatamee oole
READ MOREBBC News Afaan Oromoo fi Addis Standard gabaasaalee madaalawoo kan ummata keenyaaf dhiheessaa turanii fi jiran ta’uun kan hin haalamne ta’ullee, Adda Bilisummaa Oromoo ilaalchisuun gabaasni tibbana dhiheessan garuu dogoggorootaan kan guutaman, seenaa dhaabichaa jal’isuu fi waliin dhahuun kan guutaman ta’uutti hubatama.
READ MOREOduu, Dhiheenya du’aan kan addunyaa kana irraa boqotan seenaa gabaabaa Jaal Kaffaaloo Bantii, Dinagdee ilaalchisuun hubannaa fi barumsa kan kennu haasaa Jaal Ayyaanaa Goobanaa YouTube Channel Oromiyaa irraa
READ MOREODUU, Murtii fi Ibsa Ejjennoo Kora Miseensota ABO Kutaa Kanadaa
Dhimma Oromoo Miidiyaalee irraa – Aaf-gaaffii Waadaa Miidiyaan Dr.Raggaasaa Oljirraa waliin godhe kutaa sadaffaa fi xumura
Dhalootni Eessaa Ka’amee Eessa Akka Ga’ame Beekuu, Bakka Ga’amuuf Akeekkatames Hubachuu dha Qaba!
Dhimma Oromoo Miidiyaalee irraa kan jedhu keessatti Aaf-gaaffii Waadaa Miidiyaan Dr.Raggaasaa Oljirraa waliin godhe kutaa jalqabaa sagantaa keenya darbe keessatti isin dhageessisnee turre itti fufa isaa, kutaa lammaffaatu dhihaata.
𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐡𝐢𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐃𝐮𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐚𝐧 𝐝𝐚𝐛𝐚𝐫𝐬𝐚𝐦𝐚𝐧 𝐇𝐨𝐠𝐠𝐚𝐧𝐭𝐨𝐨𝐭𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐐𝐨𝐧𝐝𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐧𝐢 𝐀𝐁𝐎 𝐡𝐚𝐚𝐥𝐥𝐢 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐧 𝐝𝐮𝐫𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚 𝐡𝐚𝐦𝐦𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐭𝐚’𝐮𝐮𝐧 𝐡𝐮𝐛𝐚𝐭𝐚𝐦𝐞.
Korri ABO kuta kanaadaa magaalaa Torontooti guyyoota sadiif gaggeeffamaa ture milkiin xumurame.
Qajeelcha Poolisii Magaalaa Buraayyuutti hidhamanii wayita turan qorra bakkichaa fi haalota adda addaan rakkachaa turuun isaanii gabaafamaa akkuma ture, Dukamittis rakkoo sana irra ulfaataan isaan mudatee akka jirutu hubatame.
READ MORE