Du’aan Boqochuu Sheek Adam Tuulaa Ilaalchisee – Ijoo Dubbii ABO
- IJOO DUBBII
- October 19, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo
ODUU, Mootummaan PP Hogganootaa fi Qondaalota ABO Dabaan Hidhaa Keessatti Gidirsaa Jiru Gadi-dhiisuu Qaba. Ijoo Dubbii ABO, akkasumas Ebla 15 Guyyaa Yaadannoo Gootota Wareegamtoota Oromoo ilaalchisee qophii dhihaatu
READ MOREHumni finxaaleyyii Amaaraa Oromoota Walloo irratti ammas lola bane
READ MOREJaarmiyaaleen mirgoota dhala namaaf falman kan naannoo fi Addunyaa akkasumas Hawaasni Addunyaa mootummaa Bilxiginnaa seeraaf hin abboomamne irratti karaa danda’aniin dhiibbaa akka godhan irra deebiin gaafatna.
READ MOREEbla 15 Guyyaa Yaadannoo Gootota Wareegamtoota Oromoo
READ MOREHariiroon Mootummoota Ollaa Waliin Taasifamu Lammiileedhaaf Bu’aa Gaarii Argamsiisuu irratti Xiyyeeffachuu qaba. Waliigaltee Waraanaa Haaraa Itiyoophiyaa fi Ertiraa Ilaalchisee Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)
Marii Waadaa Miidiyaan Obbo Ibsaa Fayyisaa waliin godhe kutaa xumuraa
Mootummaan federaalaa ibsa kaleessa galgala baaseen humna addaa naannolee gara caasaa nageenyaatti galchuuf hojjechaa akka jiru ibsee, kana hojiitti hiikuuf sochii naannoo Amaaraatti jalqabe irratti danqaa/gufuun isa mudatuu hubachiiseera.
READ MOREGocha waraana biyya alaa afeeruudhaan hammeenya Tigraayi keessatti raawwatan ammas irra deebi’uudhaan raawwachuuf deemamu kana ummanni Oromoo fi ummatootni Itoophiyaa marti akka dura dhaabbatanii fi balaaleffatan Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n ammas gadi jabeessee dhaama.
READ MOREOLF Statement on Ethiopian and Eritrean New Military Pact
READ MOREGuyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo Ebla 15nii ilaalchisuun qophii gabaabaa Gootota Wareegamtoota Oromoo jedhu jalatti qindeessamee fi gaaffii fi deebii jiraataa Godina Shaggar Bahaa Ona Booset waliin godhame.
READ MORE