Du’aan Boqochuu Sheek Adam Tuulaa Ilaalchisee – Ijoo Dubbii ABO
- IJOO DUBBII
- October 19, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo
Even if drought is part of the environmental and climate change hazards, it is exacerbated by the war, socio-political and economic conditions. Primarily, it is a strong indicator of government failures.
READ MOREHongeen qaama balaa jijjiirama naannoo fi qilleensaan wal qabatu keessaa tokko yoo ta’e iyyuu, rakkoon ammaa kun waraana, sochii hawaasummaa, siyaasaa fi dinagdeetiin daran hammaatee jira. Keessumaa immoo kufaatii mootummaa ifatti kan agarsiisuu dha.
READ MOREODUU, Rakkoo uumamaa fi nam-tolcheen lammiileen Oromoo qe’ee fi qabeenya isaanii irraa buqqa’an rakkoo ulfaataa keessa jiru. Dhimmi isaaniis xiyyeeffannaa dhabee jira. Kana irratti waan jennu qabna.
Haala Beelaa Oromiyaa keessaa irrattis kan jennu qabna.
Tigraayiin walqabatee rakkoo Mana Amantaa Orthodoksii Itophiyaa keessatti dhalate ilaalchisuun waan qopheessannes qabna.
READ MOREHongee cimaa waggoota sadan darbaniif Godina Booranaatti mudateen qabeenya beeyladaa miliyoona 7.2 keessaa miiliyoona 3.3 kan du’an yoo ta’u, beeyladoota du’an keessaa %85 ammoo loowwan ta’un himameera.
READ MOREODUU, Waldhabbii Mana Amantaa Orthodoksii Itophiyaa keessatti uumameen walqabatee, Sinodosiin Oromiyaa dhaabbatuun ni yaadatama. Rakkoo kana furuuf karaa MM Itophiyaa Dr.Abiy Ahmediin araarri dhiibbaan guutame bu’eera jedhamus dubbichi furmaata xumuraa hin arganne. Kana irratti gabaasa BBC irraa arganne qabna. Haalli Beelaa Kibba Oromiyaa Godina Booranaa haalaan hammaateera. kana irratti gaaffii fi deebii Art.Ummuu Booranaa waliin goonee jirra.
READ MOREDhiibbaa Dhiigaa, Sukkaaraa fi Kilostiroliin mana hidhaa keessatti kan hiraaraa jiru Jaal Kennasaan, amma immoo Diiskiin dugdaa rakkoo godhatuun haala hamtuu keessatti waan argamuuf, J/Kennasaan hidhaa irraa ba’ee akka waldhaanamuuf kanneen dhimmi ilaaluu fi hawaasni Oromoo bakka jiru hundaa sagalee ta’uufii akka qabu, sirna PP irratti dhiibbaa akka godhu dhaamsa dabarsina.
READ MOREUmmatni keenya Godinoota Oromiyaa garagaraa irraa gogiinsaa fi beelaan waxalamaa jira. Addatti Oromoon Booranaa gogiinsa isa mudateen beela hamtuuf saaxilameera. Mootummaan Bilxiginnaa beela kanaaf osoo gurra hin laatne, qamadiin alatti erga jedhee shubbisa.
READ MORE