Du’aan Boqochuu Sheek Adam Tuulaa Ilaalchisee – Ijoo Dubbii ABO
- IJOO DUBBII
- October 19, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo
Haalli ummanni keenya gama Kaabaa; Godinni Walloo keessa jiru hedduu yaaddessaa dha.
READ MOREWeerrarrii fi babal’fannaan daangaa golee Oromiyaa irratti bifa qinda’een gaggeefamaa jiru Oromoo fi Oromiyaa diiguuf kan akeekkate tahuutti akka hubatu Waldaan Hawaasa Oromoo naannawa Jibuutii beeksise. Weerara Koleeraa Oromiyaa fi Naannawa Somaaleetti Dhalate ilaalchisuun gabaasa UN
READ MOREHimatni osoo irratti hin banamin, kaaniif ammoo mirgi wabii eegameefii osoo jiruu, namootni kunniin himata tokko malee akkasumatti hidhamanii mana hidhaa keessa teessifamaa jiraachuu abukaatoon qondaalota ABO hidhaa jiranii Obbo Tuulii Baay’isaa yaada BBCf kennan kanaan addeessaniiru.
READ MOREHospitaalotni magaalaa Finfinnee Afaan Oromoo dubbachuu dadhabuu isaanii irraa dhukkubsattootni afaan kana dubbatanii fi Afaan Amaaraa hin beekne akkaan rakkachuu fi balaa hamaaf saaxilamuu qorannoon geggeessame tokko ifa gochuu BBCn gabaaseera. Haalli Oromoota Godina Walloo maal keessa jira? Waan jiraataan godinichaa dubbatu…
READ MOREMarii YouTube Channeliin Waadaa Miidiyaa jedhamu Dhimma Amanti fi Siyaasaa gidduu kana irratti Dr.Qosxee Abdiisaa waliin godhe…As keessatti weerara Oromoo Walloo irrati deemaa jiru irratti fuulleffata.
READ MOREObbo Taakkalaa Uumaa Washington DC. keessatti itti roorrisame
READ MOREWalloo Aatsonni dadhaban, Harcaatonni Sirna Aatseewwanii hin danda’an!
READ MOREOromoota Walloo Irratti Lolli Qindaawaan Banamuun Lubbuu fi Qabeenyi Ummataa Badaa Jiraachuu Ilaalchisee Ijoo Dubbii ABO – Amajjii 24,2023
READ MORETarrisa maqaalee Qonnaan bultoota Oromoo Wallootti dhumatan
READ MORE