Du’aan Boqochuu Sheek Adam Tuulaa Ilaalchisee – Ijoo Dubbii ABO
- IJOO DUBBII
- October 19, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo
የኦሮሞ ነፃነት ግንባር (ኦነግ) የአማራ ክልል መንግስት በወሎ ኦሮሞዎች ላይ እያካሄደ ያለውን የተቀናጀ ጦርነት በድጋሚ በጽኑ ያወግዛል።
READ MOREThe OLF calls up on all Oromos in Oromiya and worldwide to stand by and support their kins in Wallo.
READ MOREAddi Bilisummaa Oromoo (ABO)n weerara seeraan alaa fi ajjechaa jumlaa hidhattootni naannoo Amaaraa fi Faannoo jedhaman Oromoota Walloo irratti deemsisaa jiran kana akkuma arma duraa ammas cimsee balaaleffataa, gocha isaanii bineensumma fi abaaramaa kana irraa akka dhaabbatan gaafata.
READ MOREThe Amhara/Fano armed forces attacked the Oromo citizens of Wollo and killed more than 44 innocent people in the past three days.
READ MOREWeerara hidhattootni naannoo Amaaraa/Faannoo Oromoota Walloo irratti bananii jiraniin guyyoota sadii gidduutti lammiilee siviiliin 44 ol ta’an lubbuu isaanii dhabaniiru.
READ MORELammiilee Oromoo Mana Hidhaa Keessaa Baasanii Ajjeesuun Hojii Baratamaa Sirna Bilxiginnaa Ta’ee Jira.
READ MOREAntoonii J.Bilinkin Rakkoo Nageenyaa Oromiyaa irratti Muummicha Ministeeraa Abiy Ahmed waliin dubbatuu BBCn gabaase
READ MOREWaldaan Hoggansaa fi Abukaatummaa Oromoo (Oromo Legacy Leadership and Advocacy Association-OLLAA) Haala sarbamiinsa Mirgootaa Oromiyaa Keessaa Irratti Gabaasa wagga kan 2022 tibbana baasee jira. Dhimma gabaasichaa fi sochii OLLAAn taasisaa jiru ilaalchisuudhaan Daayreektara OLLA Addee Seenaa Jimjimoo akkasumas ogeessa seeraa fi qindeessinaa OLLAA kan Baha Afrikaa Obboo Kanaa Goollicha Jiloo waliin gaaffii fi deebii gaggeessame
READ MOREMootummaan Paartii Bilxiginnaa miseensota ABO adamsee hidhuu kan itti fufe yoo ta’u, Amajjii 19,2023 kaleessa galgala sa’aa 7:00 ykn ALItti sa’aa 1:00 irratti miseensa GS-ABO J/Hundee Daraaraa mana isaatii qabuun hidhee jira
READ MORE