Du’aan Boqochuu Sheek Adam Tuulaa Ilaalchisee – Ijoo Dubbii ABO
- IJOO DUBBII
- October 19, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo
Godinoota Kibba Baha Oromiyaatti qonnaan bultoonni Oomisha isaanii qotatanii alaa galfatuun wal qabatee rakkoon ulfataan irra gahaa jiraachuu, addatti ammoo waggoota lamaan kana rakkoo biyyattii keessatti uumameen wal qabatee maqaa garagaraa nuuf moggaasuun saamicha qabeenyaa humnaa oliitu nu irratti taasifamaa jira kan jedhu komii ummata irraa dhihaataa jiru sababeeffachuun Godina Arsii Lixaatti jiraataa Ona Gadab Hasasaa kan ta’an dubbisuun qophii qindaa’e.
Hundeeffama magaalaa Shaggarii fi mormii ummataa deemaa jiru irratti yaada jiraattotaa
READ MOREHaleellaa Xayyaaraa Lixa Shaggar Ona Daannoo ganda Kamiseetti raawwatameen lammiilee nagaan 30n dhumatan.
READ MOREDhiittaa Mirgoota Dhala Namaa HRW baase irratti fuulleffata. Qophii biraas qaba.
READ MOREMinistiroonni Dhimma Alaa Jarmanii fi Firaansi Itoophiyaa keessatti hanga haqni argamutti nageenyii fi araarri amansiisaan argamuu hin danda’u jedhaniiru.
READ MOREUmmata nagaa hidhuu fi qabeenya saamuun bal’inaan itti fufeera.
READ MOREOromiyaatti waraanni guuramaa jira.
READ MOREMootummaan Bilxiginnaa Maanguddoo Oromoo Obbo Dhaqqabaa Waariyoo Hidhuun dhaga’ame.
READ MORESBO AMAJJII 11,2023
READ MORE