Du’aan Boqochuu Sheek Adam Tuulaa Ilaalchisee – Ijoo Dubbii ABO
- IJOO DUBBII
- October 19, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo
Siyaasni Qamadii yeroo ammaa kan ittiin Haala Biyyattiin keessa jirtu gara dabarsuuf yaalamu ta’ee jira.
READ MOREGamtaan Awuroppaa Itophiyaa fi Erteraa irra qoqqobbiin meeshaa waraanaa akka kaa’amu yaada dhiheesse
READ MOREGodina Wallagga Bahaa keessatti lammiilee nagaan hidhattoota Faannoo fi waraana mootummaan ajjeesaman
READ MORE𝐌𝐢𝐬𝐞𝐞𝐧𝐬𝐨𝐭𝐧𝐢 𝐊𝐨𝐫𝐞𝐞 𝐌𝐨𝐨𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐂𝐞’𝐮𝐦𝐬𝐚𝐚 𝐁𝐢𝐲𝐲𝐨𝐨𝐥𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐍𝐚𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐚𝐳𝐞𝐞𝐱𝐞𝐬𝐬𝐢𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐎𝐍𝐍 𝐥𝐚𝐦𝐚 𝐝𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐇𝐚𝐫’𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐌𝐮𝐫𝐭𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐡𝐚𝐚𝐭𝐚𝐧. Miseensotni Koree Mootummaa Ce’umsaa Biyyaalessaa Naannoo Oromiyaa galmee Qaasim Abdullaahii jalatti himataman namootni 17 gaazzexeessitoota ONN lama dabalatee guyyaa har’aa Onkoloolessa 07,2022 ALItti 27/01/2015 Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa Calcaliitti dhihaataniiru. Mirgi wabii isaan gaafatan hanga ammaatti kan hojii irra hin
READ MORE𝐃𝐚𝐫𝐠𝐚𝐠𝐠𝐨𝐨𝐭𝐧𝐢 𝐖𝐚𝐫𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐆𝐮𝐮𝐫𝐚𝐦𝐮𝐮 Erga dhihoo kanaa Godinoota Oromiyaa garagaraa keessaa dargaggoota humnaa fi gowwoomsaa maallaqaan gara mooraa leenjii waraanaatti guuruun bal’inaan mul’ataa jira. Kan nama ajaa’ibu garuu ijoolleen waggaa 14 fi 15 illee hin caalle duula dargaggoota humnaan gara mooraa waraanaatti guuruu caasaa sirna Bilxiginnaan geggeessamaa jiru kana keessatti argamu. Godinoota Oromiyaa keessaa Godinni Jimmaa
READ MORE