Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Commission ‘forced to quit’ Meki investigation into Bate’s assassination after gathering witness testimonies implicating security forces
READ MORE
Gareen qorannoo Komishinii Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) dhimma ajjeechaa qondaala siyaasaa ABO Battee Urgeessaa irratti ragaa namootaa sassaabuu erga eegale guyyaa sadi booda “qorannoo jalqabe akka addaan kutuuf dirqamuu” xalayaan komishinichi Pireezdaant Shimallis Abdiisaa dabalatee Mootummaa Naannoo Oromiyaaf erge mul’ise.
READ MORE
Addi Bilisummaa Oromoo waa’ee nageenya hidhamtoota kanneeniif yaaddoo ulfaataa keessa seenee jira.
READ MORE
Ummanni Oromoo Oromiyaa fi addunyaa mara jiraatu karaa danda’ame hundaan karaa nagaa fi seera qabeessa ta’een gocha hammeenyaa fi jal’inaa kana dura akka dhaabbatu, mormuu fi balaaleffatu cimsinee gaafanna.
READ MORE
Jaal Battee Urgeessaa fi qarayyoo ilmaan sabaa ajjeefamanii haqni isaanii dhokfameef qaama walabaa hin baabsinee fi qaamota mirga dhala namaaf dhaabbataniin qoratamee bu’aan firii isaa nuufis ta’e ummata Oromoo fi ilmaan cunqurfamoo maraaf ifa akka ta’u jabeessinee gaafanna
READ MORE
Naga jaal’attootni addunyaa fi mirga ilma namaaf Dhaabbileen falman hundi ajjechaan Jaal Battee Urgeessaa irratti raawwatame qaama bilisaan akka qoratamuuf akka hojjatan ABOn jabeessee gaafata!
READ MORE