Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Namoota dhaaba keessaa of baasan yo tahe malee, hoogganootni ABO mootummaa PP waliin aangoo qooddatanii hojiitti jiranis hin jiran.
READ MORE
Sochiin isaanii ABO irra taree qaamota garagaraa fi lammiilee burjaajessuu hojii idilee godhatanii akka turanii fi jiran ummatni quba nu qabaachisuu fi isaan yaaddeessuu nuu mirkaneessuu…
READ MORE
Jaal Mokonnin Galaan Qabsoo Bilisummaa Oromoo ABOn durfamu keessatti qooda fudhataniin bu’uureffamuu ABO irraa eegalanii qooda qabsoo bahachaa turaniiru. Dirqama dhaabaa ofitti fudhatuun hojjechaa turan.
READ MORE
We call upon the responsible organ of the UN to investigate the type and extent of the poison gas used in Oromiya in general and those places mentioned above in particular.
READ MORE
Addatti gosa Summii dhimma itti bahamaa jiru UN qoratee adda baasuu dirqama itti qaba jennee amanna.
READ MORE
Addi Bilisummaa Oromoo haala walxaxaa fi ulfaataa akka dhaabaattis tahe akka ummatatti ummatni Oromoo fi lammiileen Oromiyaa keessa jiran, gidiraa fi roorroo itti aggaamamee jiru irra aanuuf furmaanni gatii qabsoon gaafatu mara baasnee kaayyoo qabsoo bilisummaa Oromoo, dimokraasii fi walqixxummaa fiixa baasuuf qabsootti jabaachuu fi finiinsuu qofa akka ta’e irra deebiin hubachiisa.
READ MORE