Find out why this headphone is superb
- SUUR-SAGALEE
- July 6, 2014
Sagalee Bilisummaa Oromoo
Hogganootni, miseensotnii fi deggertootni dhaabota adda addaa akkasumas sab-boontotnii fi ummatni Oromoo maatii Jaal Battee Urgeessaa qaamaan achitti argamuun jajjabeessuu itti fufaniiru. Ebla 12, 2024 Hayyu-Duree ABO Jaal Daawud Ibsaa, hogganootnii fi qondaalotni, akkasumas miseensotni ABO fi Miseensotni Gumii Waloo Jaarmiyaalee Siyaasaa Finfinnee kan Obbo Mulgeetaan durfamu mana Jaal Batteetti argamuudhaan maatii isaa jajjabeessaniiru. Guyyaa
READ MORE
Jaal Battee Urgeessaa fi qarayyoo ilmaan sabaa ajjeefamanii haqni isaanii dhokfameef qaama walabaa hin baabsinee fi qaamota mirga dhala namaaf dhaabbataniin qoratamee bu’aan firii isaa nuufis ta’e ummata Oromoo fi ilmaan cunqurfamoo maraaf ifa akka ta’u jabeessinee gaafanna
READ MORE
ODUU, Ijoo Dubbii ABO – Seenaa Gabaabaa Jaal Battee Urgeessaa fi Marii Jaal Dr.Raggaasaa Oljirraa waliin
READ MORE
Naga jaalโattootni addunyaa fi mirga ilma namaaf Dhaabbileen falman hundi ajjechaan Jaal Battee Urgeessaa irratti raawwatame qaama bilisaan akka qoratamuuf akka hojjatan ABOn jabeessee gaafata!
READ MORE
We appeal to all human rights organizations and peace-loving people to undertake an immediate neutral and impartial investigation.
READ MORE
ODUU, Haala Yeroo Irratti Marii Qondaala ABO Jaal Girmaa Nagaasaa waliin geggeeffame
READ MORE