Find out why this headphone is superb
- SUUR-SAGALEE
- July 6, 2014
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Oduu, Du’aan boqotuu Art.Halloo Daawwee ilaalchisee Ibsa Gaddaa ABO, Ajjechaa waraanni PP ummata irratti raawwate, Haala Beelaa fi Weerara dhibee Busaa Lixa Wallaggaa irratti marii Inj.Daani’eel Gammadaa (Kara Deemaa) waliin godhame
READ MORE
Haloo Daawwee weellistuu qofa osoo hin taane, qabsooftuu qabsoo bilisummaa Oromoo ABOn durfamutti miseensa tahuun hawwisoo Dirree Bahaa kan Abdii Qophee keessatti argamu Hawwisoo Caffee Gadaa miseensi Koree Gidduu ABO yeroo sanaa Jaal Nadhii Gammadaa gadi dhaaban keessatti miseensa tahuun WBO bohaarsuu fi ummata keenya dammaqsuu keessatti qooda guddaa kennaa turte.
READ MORE
Leenjiilee kana keessatti bifa mariin haala qabatamaa siyaasaa Oromoo, kan biyyaa, kan godina Gaanfa Afirikaa fi Addunyaa irratti marii buโa qabeessi geggeeffamee, barnootni hubannoo cimsanii fi dabalan kennamaniiru.
READ MORE
Oduu, Cuunfaa Leenjii Adda Bilisummaa Oromoo caaasaa adda addaa marsaa jahaan kennamaa ture irratti Ibsa ABO, qormaata kutaa 12 ykn seensa yunversitii kan bara kanaa barattoota hedduu qabxii dhabsiiseef sababaan maali kan jedhu irratti SBOn qondaala dhaabaa J/Girmaa Nagaasaa waliin marii godheโฆ
READ MORE

BAGA AYYAANA IRREECHAAN ISIN GAHE! KAN NAGAA FI GAMMACHUU HUNDUMAAF HAA TA’U!
Oduu, Ayyaana Irreechaa ilaalchisee qophii qindaaee fi Haala Baqattoota Oromoo biyya Sudaan Khartoum ilaalchisee gaaffii fi deebii baqataa achii waliin goone kutaa lammaffaa fi isa xumuraa
