Find out why this headphone is superb
- SUUR-SAGALEE
- July 6, 2014
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Oduu, Godinoota Wallagga Lixaa fi Qellem Wallaggaa keessatti weerarri dhibee busaa namoota baayโee galaafataa jira. Ummatni godinoota kanneen keessa jiraatu haala ulfaataa keessatti kufee jira. Hirโinni nyaataa itti dabalamee lakkoobsi namoota duโaa jiranii haalaan dabaluun balโinaan gabaafamaa jira.
Gaaffii fi deebii Itti gaafatamaa Sab-quunnamtii ABO Jaal Lammii Gammachuu waliin kutaa lammaffaa fi isa xumuraa
READ MORE
Oduu, Ajjechaa waraanni PP finxaaleyyii Faannoon waltaโee ummata irratti geggeessu, dhimma Hoggantootaa fi Qondaalota ABO mana hidhaa jiranii fi kkf irratti marii Itti gaafatamaa Sab-quunnamtii ABO J/Lammii Gammachuu waliin godhame, akkasumas weerara poolisootni naannoo Somaalii Harargee Bahaa Ona Baabbilee irratti banan kan ilaaluun Aaf-gaaffii jiraataa onichaa waliin geggeeffameโฆ
READ MORE
Oduu, Mana hidhaa Awaash Arbaa baafamee erga ajjeefamee waggaa guutuun isaa kan reef dhagaโamuu fi miidiyaalee hawaasaa gubbaa naannawaa jiru duโa Sabboonaa Oromoo Iyyaasuu Muhaammad adda baafachuuf SBOn obboleettii fi haadha warraa isaa dubbisee jira.
Mootummaan ummataan hin filatamne, hangamuu waadaa seenu xumurri isaa Abbaa Irrummaa ti.
READ MORE
Oduu, Qorattoonni komishiinii mirga namoomaa dhaabbata mootummoota gamtoomanii yakkoonni waraanaa fi namoomaa Oromiyaa dabalatee naannoolee Itophiyaa biroo keessatti raawwatamuu irra gaheera jechuun torban darbe kana qorannoo geggeesse ifa godhee jira. Kana irratti kan fuulleffate qophii qindaaโee fi marii Dr.Makbib Gabayyoo fi Dr.Tasfaayee Raggaasaa Miidiyaa Dhaddacha Oromoo waliin godhan irraa kan fudhanne kutaa xumuraa
READ MORE
Mariin Hidha Laga Abbayyaa sababeeffatee biyyoota sadan gidduutti deemaa ture ni fashale
READ MORE
Fulbaana 20 2023 Godina Wallaggaa Lixaaa Ona Ganjii ganda Busanuu Qawusootti hidhattoonni mootummaa PP sababa tokkoon alatti Obbo Yuusuf Moosisaa nama jedhaman rasaasa itti roobsanii akka ajjeesan maddeen SBO gabaasanii jiru.
READ MORE