Find out why this headphone is superb
- SUUR-SAGALEE
- July 6, 2014
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n yoom iyyuu caalaa onnee ummata balโaa keessa jira. Harโas boris ABOn jiraataa dha. Rakkoo fi danqaan fedhe isa quunnamu illee deggersaa fi tumsa ummatni balโaan Oromoo isaaf taasisu galaa godhatuudhaan, hanga akeeka qabsoo geggeessuu galiin gaโutti sochiin isaa guyyaa tokkoof illee hin dhaabbatu daranuu jabaatee itti fufa.
READ MORE
ODUU, Ukkaamsamuu Obbo Asfawuu Tolasaa ilaalchisee marii gabaabaa haadha warraa warraa fi hiriyaa isaa waliin, akkasumas ajjechaa dargaggoo Daangaa ilaalchisee marii jiraataa naannoo waliin
READ MORE
ODUU, Ibsa ABO, gaaffii fi deebii jiraataa Godina Qellem Wallaggaa, Marii SNN Jaal Dinqinash Dheeressaa fi Dr.Dassaaleny Guyyoo waliin godhe kutaa xumuraa
READ MORE
Brutality has never silenced the oppressed masses in history.
READ MORE
Raayyaan Ittisa Biyyaa lammiilee biyyattii diina alaa irraa eeguu fi nageenya isaanii mirkaneessuun gaโee irraa eegamu taโee osoo jiru, itti gaafatamummaa kana dagachuudhaan ummata nagaa jeequu fi dararuu, keessumaa immoo dargaggoota buโuura dhaloota egeree taโan dhabamsiisuu irratti fuuleffatanii jiru.
READ MORE
ODUU, Warri akka malee fi bakka malee jiru, Dhumaatii Ummata ofiif dantaa hin qaban. Marii Miidiyaan SNN haala yeroo Oromiyaa fi ummata Oromoo irratti Jaal Dinqinash Dheeressaa fi Dr.Dassaalenyi Guyyoo waliin geggeesse irraa kan fudhanne kutaa lammaffaa
READ MORE