All Posts

  • SBO FULBAANA 06, 2023

    SBO FULBAANA 06, 20230

    ODUU, Gantootni Qabsoo Oromoo fi Biltsiginnaan Oromoof Gaarii Yaaduu Hin Dandaโ€™an, Marii haala Oromoo fi Oromiyaa irratti Dr.Dassaaleny Guyyoo fi Aadde Dinqinesh Dheeressaa SNN waliin godhame irraa kan fudhatame kutaa duraa

    READ MORE
  • Warri akka malee fi bakka malee jiru, Dhumaatii Ummata ofiif dantaa hin qaban.

    Warri akka malee fi bakka malee jiru, Dhumaatii Ummata ofiif dantaa hin qaban.0

    Harโ€™a qeโ€™een Oromoo Bahaa-dhihatti, Kaabaa-Kibbatti, Giddu-galeessaan waraana sirna bilxiginnaan goolamaa jira. Qeโ€™een Oromoo dirree dhiigaa fi booโ€™ichaa, iddoo ijoolleen Oromoo akka bineensaatti maatii jalaa adamsamanii yakkaa fi balโ€™eessaa tokko malee maqaan โ€œShanee ykn Abbaa Torbeeโ€ jedhu itti maxxansamee jumlaan itti ajjeesamaa, reebamaa fi hidhaatti guuramaa jiranii dha.

    READ MORE
  • Gantootni Qabsoo Oromoo fi Biltsiginnaan Oromoof Gaarii Yaaduu Hin Dandaโ€™an!

    Gantootni Qabsoo Oromoo fi Biltsiginnaan Oromoof Gaarii Yaaduu Hin Dandaโ€™an!0

    Murni kun itti fufuun marii isaanii kana yeroo gabaafatan; Oromoon dinagdeedhaan akka guddatu irrattis mari’anne jedhaniiru. Kaabinoonni, qaamoleen nageenyaa fi caasaan murna bilxiginnaa saamicha irratti bobba’anii jiraatan dinagdee dhuunfaa isaanii yoo tahe malee, ummata halkanii fi guyyaa saamaa jiran kana dinagdeedhaan guddisna yoo jedhan xiqquma illee hin qaanfatan.

    READ MORE
  • SBO FULBAANA 01, 2023

    SBO FULBAANA 01, 20230

    ODUU, Miidhaa Sirni Biltsiginnaa Godina Jimmaa keessatti ummata irraan gahaa jiru irratti Aaf-gaaffii jiraataa godinichaa waliin godhame akkasumas kutaa xumuraa Marii Jaal Dr.Dagafaa Abdiisaa waliin Waadaa Miidiyaan godhe irraa fudhatame

    READ MORE
  • SBO HAGAYYA 30, 2023

    SBO HAGAYYA 30, 20230

    ODUU, Weerara finxaaleyyiin Amaaraa Faannoon Kaaba Shaggar irratti geggeessaa jiru ilaalchisee gaaffii fi deebii jiraataa tokko waliin, akkasumas marii Waadaa Miidiyaan Jaal Dr.Dagafaa Abdiisaa waliin godhe irraa fudhatame kutaa lammaffaa…

    READ MORE
  • SBO HAGAYYA 28, 2023

    SBO HAGAYYA 28, 20230

    ODUU, Sirna Oromoo Ajjeesu, akka Mootummaa Oromootti ilaaluun Dogoggora olaanaa dha. Dhimma Hoggantootaa fi qondaalota ABO mana hidhaa jiranii fi sochii Faannoo irratti Jaal Dr.Dagafaa Abdiisaa Waadaa Miidiyaa waliin marii godhan irraa kan fudhanne kutaa duraa

    READ MORE
SBO