Find out why this headphone is superb
- SUUR-SAGALEE
- July 6, 2014
Sagalee Bilisummaa Oromoo

ODUU, Ijoo Dubbii ABO, Marii Hayyuu Oromoo Dr.Baaroo Qannoo waliin SNN godhe irraa kan fudhatame kutaa 3ffaa fi xumura
READ MORE
๐๐ฃ๐จ๐จ ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ข ๐๐๐ – ๐๐๐ ๐๐ฒ๐ฒ๐ ๐๐, ๐๐๐๐: ๐๐๐ซ๐๐๐ง๐ ๐๐ข๐ง ๐๐ฎ๐ฆ๐ฎ๐ซ๐๐ฆ๐ง๐ ๐๐ฎ๐ฆ๐ฎ๐ซ๐ ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐จ๐จ๐ง๐๐๐ง ๐๐ฆ๐ฆ๐๐ญ๐ ๐๐๐ ๐๐ก๐๐ ๐๐๐ซ๐๐ฃ๐๐๐๐๐ง๐ฒ๐๐๐ง ๐๐๐๐ ๐๐ซ๐ซ๐๐ ๐ ๐ข๐ฑ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ก๐๐๐๐๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐๐๐๐!
Miidhaa Saba Oromoo fi Haala Rakkoo Gaanfa Afrikaa mata duree jedhu jalatti marii Miidiyaan SNN Hayyuu Oromoo Dr. Baaroo Qannoo waliin Taasiserraa kan fudhatame kutaa 2ffaa
READ MORE
Haala Yeroo Oromiyaa Irratti Ibsa Ijjannoo Koongirasii Federaalawaa Oromoo(KFO) Irraa Kenname.
READ MORE
Paartiin Biltsiginnaa aangoo siyaasaa humnaan dhuunfatetti dhimma bahee karaa nagahaan rakkoo dhalche furuu hanqannaan, lola xumuruu hin dandeenyetti seeneen, waggoota shanan kana guutuu maqaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) balโeessuu jedhuun akkuma ifatti dhaadatan, โQurxummii balโeesuuf madda bishaanii gogsuu dhaโ jedhan, Ummata Oromoo waraana irraa jalaan irratti bananiin lubbuu qulqullootaa hedduu galaafataniiru. Ammas ummata nagahaa itti gaafatamummaa hanqachuun if qusannaa tokko malee fixaa jiru.
READ MORE
ODUU, Haala yeroo irratti Ijoo Dubbii ABO fi Miidhaa Saba Oromoo fi Haala Rakkoo Gaanfa Afrikaa mata duree jedhu jalatti marii Miidiyaan SNN Hayyuu Oromoo Dr.Baaroo Qannoo waliin godhe irraa kan fudhatame kutaa duraa
READ MORE
Mooraan Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) Ilmaan Isaa Hundaan Tikfamuu Qaba
READ MORE