Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Haloo Daawwee weellistuu qofa osoo hin taane, qabsooftuu qabsoo bilisummaa Oromoo ABOn durfamutti miseensa tahuun hawwisoo Dirree Bahaa kan Abdii Qophee keessatti argamu Hawwisoo Caffee Gadaa miseensi Koree Gidduu ABO yeroo sanaa Jaal Nadhii Gammadaa gadi dhaaban keessatti miseensa tahuun WBO bohaarsuu fi ummata keenya dammaqsuu keessatti qooda guddaa kennaa turte.
READ MORE
Leenjiilee kana keessatti bifa mariin haala qabatamaa siyaasaa Oromoo, kan biyyaa, kan godina Gaanfa Afirikaa fi Addunyaa irratti marii bu’a qabeessi geggeeffamee, barnootni hubannoo cimsanii fi dabalan kennamaniiru.
READ MORE
Oduu, Cuunfaa Leenjii Adda Bilisummaa Oromoo caaasaa adda addaa marsaa jahaan kennamaa ture irratti Ibsa ABO, qormaata kutaa 12 ykn seensa yunversitii kan bara kanaa barattoota hedduu qabxii dhabsiiseef sababaan maali kan jedhu irratti SBOn qondaala dhaabaa J/Girmaa Nagaasaa waliin marii godhe…
READ MORE

BAGA AYYAANA IRREECHAAN ISIN GAHE! KAN NAGAA FI GAMMACHUU HUNDUMAAF HAA TA’U!
Oduu, Ayyaana Irreechaa ilaalchisee qophii qindaaee fi Haala Baqattoota Oromoo biyya Sudaan Khartoum ilaalchisee gaaffii fi deebii baqataa achii waliin goone kutaa lammaffaa fi isa xumuraa

Oduu, Godinoota Wallagga Lixaa fi Qellem Wallaggaa keessatti weerarri dhibee busaa namoota baay’ee galaafataa jira. Ummatni godinoota kanneen keessa jiraatu haala ulfaataa keessatti kufee jira. Hir’inni nyaataa itti dabalamee lakkoobsi namoota du’aa jiranii haalaan dabaluun bal’inaan gabaafamaa jira.
Gaaffii fi deebii Itti gaafatamaa Sab-quunnamtii ABO Jaal Lammii Gammachuu waliin kutaa lammaffaa fi isa xumuraa
READ MORE