Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Jaal Gadaa Gabbisaa haala ulfaataa keessa jiraachuu kan ibsu oduun nu gahe, qoricha dhibee tiruu fudhataa jiru irraa ykn waan dhibii haa ta’uu waan adda bahe ifa ta’uudhaa baatus, rakkoo Onneef saaxilamee akka jiru garuu doktoorri isaa mirkaneessuu hubachiisa.
READ MORE
Oduu, Baha Oromiyaa Godina Harargee Bahaa Ona Baabbilee keessatti hidhattootni Somaalii babal’ifannaa lafaaf daangaa Oromiyaa cabsanii seenuun ummata irratti lola banan. Lubbuu baasaniiru; manaa fi qabeenya ummataa gubaniiru. Ummatnis baqateera. Kana irratti jiraattota dubbisneerra. Mariin Miidiyaa Dhaddacha Oromoon hayyoota Oromoo waliin taasisames kutaa lammaffaan isaa ni dhihaata.
READ MORE
ODUU, Murni waliin dhahiinsaan mootummaa of godhe, badii dhalche malee, abdii hin taane! Ajjechaa jumlaa Ona Jiddaa Ayyaanaatti ta’ee fi haala waliigalaa Godina Baha Wallaggaa keessa jiru irratti marii jiraataa godinichaa waliin taasisame
READ MORE
ODUU, Ajjechaa jumlaa Godina Wallagga Bahaa Ona Jiddaa Ayyaanaa keessatti walitti fufiinsaan guyyoota sadiif ummata nagaa irratti raawwatame ilaalchisee Ijoo Dubbii ABOn Fulbaana 15, 2023 baase fi marii Miidiyaan Dhaddacha Oromoo hayyoota Oromoo lama Dr.Tasfaayee Raggaasaa fi Dr.Makbib Gabayyoo waliin godhe irraa kan fudhatame
READ MORE
ODUU, Waggaa 5ffaa Hogganni ABO biyyatti deebi’e Fulbaana 15, 2023 ilaalchisee Ijoo Dubbii ABO, Ajjechaa suukanneessaa waraanni mootummaa PP fi Faannoon harka walkeessa naqachuudhaan Godina Wallagga Bahaa Ona Jiddaa Ayyaanaatti raawwatan irratti jiraattotaa fi warra madaa’ee miliqe dubbisneerra.
READ MORE
Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n yoom iyyuu caalaa onnee ummata bal’aa keessa jira. Har’as boris ABOn jiraataa dha. Rakkoo fi danqaan fedhe isa quunnamu illee deggersaa fi tumsa ummatni bal’aan Oromoo isaaf taasisu galaa godhatuudhaan, hanga akeeka qabsoo geggeessuu galiin ga’utti sochiin isaa guyyaa tokkoof illee hin dhaabbatu daranuu jabaatee itti fufa.
READ MORE