All Posts

  • Warri akka malee fi bakka malee jiru, Dhumaatii Ummata ofiif dantaa hin qaban.

    Warri akka malee fi bakka malee jiru, Dhumaatii Ummata ofiif dantaa hin qaban.0

    Har’a qe’een Oromoo Bahaa-dhihatti, Kaabaa-Kibbatti, Giddu-galeessaan waraana sirna bilxiginnaan goolamaa jira. Qe’een Oromoo dirree dhiigaa fi boo’ichaa, iddoo ijoolleen Oromoo akka bineensaatti maatii jalaa adamsamanii yakkaa fi bal’eessaa tokko malee maqaan “Shanee ykn Abbaa Torbee” jedhu itti maxxansamee jumlaan itti ajjeesamaa, reebamaa fi hidhaatti guuramaa jiranii dha.

    READ MORE
  • Gantootni Qabsoo Oromoo fi Biltsiginnaan Oromoof Gaarii Yaaduu Hin Danda’an!

    Gantootni Qabsoo Oromoo fi Biltsiginnaan Oromoof Gaarii Yaaduu Hin Danda’an!0

    Murni kun itti fufuun marii isaanii kana yeroo gabaafatan; Oromoon dinagdeedhaan akka guddatu irrattis mari’anne jedhaniiru. Kaabinoonni, qaamoleen nageenyaa fi caasaan murna bilxiginnaa saamicha irratti bobba’anii jiraatan dinagdee dhuunfaa isaanii yoo tahe malee, ummata halkanii fi guyyaa saamaa jiran kana dinagdeedhaan guddisna yoo jedhan xiqquma illee hin qaanfatan.

    READ MORE
  • SBO FULBAANA 01, 2023

    SBO FULBAANA 01, 20230

    ODUU, Miidhaa Sirni Biltsiginnaa Godina Jimmaa keessatti ummata irraan gahaa jiru irratti Aaf-gaaffii jiraataa godinichaa waliin godhame akkasumas kutaa xumuraa Marii Jaal Dr.Dagafaa Abdiisaa waliin Waadaa Miidiyaan godhe irraa fudhatame

    READ MORE
  • SBO HAGAYYA 30, 2023

    SBO HAGAYYA 30, 20230

    ODUU, Weerara finxaaleyyiin Amaaraa Faannoon Kaaba Shaggar irratti geggeessaa jiru ilaalchisee gaaffii fi deebii jiraataa tokko waliin, akkasumas marii Waadaa Miidiyaan Jaal Dr.Dagafaa Abdiisaa waliin godhe irraa fudhatame kutaa lammaffaa…

    READ MORE
  • SBO HAGAYYA 28, 2023

    SBO HAGAYYA 28, 20230

    ODUU, Sirna Oromoo Ajjeesu, akka Mootummaa Oromootti ilaaluun Dogoggora olaanaa dha. Dhimma Hoggantootaa fi qondaalota ABO mana hidhaa jiranii fi sochii Faannoo irratti Jaal Dr.Dagafaa Abdiisaa Waadaa Miidiyaa waliin marii godhan irraa kan fudhanne kutaa duraa

    READ MORE
  • ‘Biyya hambaatti hafuufi hooggansa KFO’s dhiisuuf murteesseera’- Obbo Baqqalaa Garbaa

    ‘Biyya hambaatti hafuufi hooggansa KFO’s dhiisuuf murteesseera’- Obbo Baqqalaa Garbaa0

    ”Namootni mana hidhaatii baafamanii ajjeefamu, abbaan barbaade qabee nama hidha, bakka buutee isaanii dhabamsiisa, hojiirraa ari’a, lafa isaarraa hin buqqa’a, Oromoon daangaan itti ce’amee manni irratti gubata, fayyaan ibiddaan gubama, namni ofiin boolla akka qotee keessatti ajjeefamulle ta’aa jira,” jechuun haala siyaasaa Itoophiyaa keessaa ibsan.

    READ MORE

Latest Posts

SBO