All Posts

  • SBO HAGAYYA 14, 2023

    SBO HAGAYYA 14, 20230

    𝐈𝐣𝐨𝐨 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐀𝐁𝐎 – 𝐇𝐚𝐠𝐚𝐲𝐲𝐚 𝟏𝟐, 𝟐𝟎𝟐𝟑: 𝐖𝐚𝐫𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐇𝐢𝐧 𝐗𝐮𝐦𝐮𝐫𝐚𝐦𝐧𝐞 𝐗𝐮𝐦𝐮𝐫𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐆𝐨𝐨𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐔𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐍𝐚𝐠𝐚𝐡𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐣𝐚𝐛𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐋𝐚𝐟𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐅𝐢𝐱𝐮𝐮𝐧 𝐃𝐡𝐚𝐚𝐛𝐛𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐐𝐚𝐛𝐚!

    Miidhaa Saba Oromoo fi Haala Rakkoo Gaanfa Afrikaa mata duree jedhu jalatti marii Miidiyaan SNN Hayyuu Oromoo Dr. Baaroo Qannoo waliin Taasiserraa kan fudhatame kutaa 2ffaa

    READ MORE
  • “Ummata Jumlaan Diinomfatuufii Gochaa Ajjeechaatiin Nagaan Waaraan Argamu Hin Jiraatu!”

    “Ummata Jumlaan Diinomfatuufii Gochaa Ajjeechaatiin Nagaan Waaraan Argamu Hin Jiraatu!”0

    Haala Yeroo Oromiyaa Irratti Ibsa Ijjannoo Koongirasii Federaalawaa Oromoo(KFO) Irraa Kenname.

    READ MORE
  • Waraana Hin Xumuramne Xumura Itti Goonaan Ummata Nagahaa Garajabeenyaan Lafa Irraa Fixuun Dhaabbachuu Qaba!

    Waraana Hin Xumuramne Xumura Itti Goonaan Ummata Nagahaa Garajabeenyaan Lafa Irraa Fixuun Dhaabbachuu Qaba!0

    Paartiin Biltsiginnaa aangoo siyaasaa humnaan dhuunfatetti dhimma bahee karaa nagahaan rakkoo dhalche furuu hanqannaan, lola xumuruu hin dandeenyetti seeneen, waggoota shanan kana guutuu maqaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) bal’eessuu jedhuun akkuma ifatti dhaadatan, “Qurxummii bal’eesuuf madda bishaanii gogsuu dha” jedhan, Ummata Oromoo waraana irraa jalaan irratti bananiin lubbuu qulqullootaa hedduu galaafataniiru. Ammas ummata nagahaa itti gaafatamummaa hanqachuun if qusannaa tokko malee fixaa jiru.

    READ MORE

Latest Posts

SBO