All Posts

  • Sirna Oromoo Ajjeesu, akka Mootummaa Oromootti ilaaluun Dogoggora olaanaa dha.

    Sirna Oromoo Ajjeesu, akka Mootummaa Oromootti ilaaluun Dogoggora olaanaa dha.0

    Murni kun saboota kamuutiin caalaatti Oromoo ajjeesuu, hidhuu, saamuu, manaa fi qabeenya isaa mancaasuu fi qe’ee isaa irraa buqqisuu hojii idilee godhatee jira. Gartuu Oromoo akka hamaatti lafa irraa fixaa jiru kana fira Oromoo godhanii moggaasuun yakka seeraa fi seenaa ti. Waan sirnoonni dabran kamuu Oromoo irratti raawwatanii hin beekne, murni “Biltsiginnaa” Oromoo irratti raawwataa jira.

    READ MORE
  • SBO HAGAYYA 25, 2023

    SBO HAGAYYA 25, 20230

    ODUU, Sirna Atsotaa tiksuuf Oromoo ajjeesuun dhaabbatuu qaba. Haala siyaasa Itophiyaa yeroo ammaa irratti marii Waadaa Miidiyaan Dr.Jaal Raggaasaa Oljirraa waliin godhe irraa kan fudhanne kutaa 3ffaa fi isa xumuraa

    READ MORE
  • SBO HAGAYYA 21, 2023

    SBO HAGAYYA 21, 20230

    ODUU, Eebba Kitaabota Jaal Dhugaasaa Bakakkoo, Abdii Qophee fi Sagantaa gargaarsaa fi tumsaa Art.Ittaanaa Tolasaa irratti gabaasa qindaa’ee, Marii Jaal Dr.Raggaasaa Oljirraa kutaa lammaffaa fi qophiilee biroo

    READ MORE
  • Warri waliin tahee Oromoo nyaate, deebi’ee wal nyaate!

    Warri waliin tahee Oromoo nyaate, deebi’ee wal nyaate!0

    Akkuma jedhan faannoo waraana Itoophiyaa fi kan kaayyoo bilxiginnaa raawwatu gochuuf carraaqaa turaniiru. Jalqabuma irraa kan faannoo hundeesse murna bilxiginnaa dha. Kun haqa dirree jirraa ti.

    READ MORE
  • SBO HAGAYYA 18, 2023

    SBO HAGAYYA 18, 20230

    ODUU, Korri Miseensota ABO Godina Awuroppaa fi UK Hagayya 12, 2023 Londonitti geggeeffameera. Hirmaattotni kora kanaa xumura irratti ibsa ejjennoo baasataniiru. Kana irratti hundaa’uun gabaasa qindeessine qabna. Marii Waadaa Miidiyaan Qondaala ABO Jaal Dr.Oljirraa Raggaasaa waliin godhe irraa kan fudhanne ammoo kutaa jalqabaa dhiheessina.

    READ MORE
  • SBO HAGAYYA 16, 2023

    SBO HAGAYYA 16, 20230

    ODUU, Ijoo Dubbii ABO, Marii Hayyuu Oromoo Dr.Baaroo Qannoo waliin SNN godhe irraa kan fudhatame kutaa 3ffaa fi xumura

    READ MORE

Latest Posts

SBO