All Posts

  • Ajjeesamaa, Hidhamaa fi Mirga Mulqamaa Jiraachuu Aadaa Godhatuun, Balaa Caaluuf Of Qopheessuu dha.

    Ajjeesamaa, Hidhamaa fi Mirga Mulqamaa Jiraachuu Aadaa Godhatuun, Balaa Caaluuf Of Qopheessuu dha.0

    Kaayyoo Bilisummaa fi gaaffii mirga hiree murteeffannaa Oromoo kolaasuuf, ilaacha siyaasa isaa ummata Oromoo irratti fe’atuuf, fedha aangoof qabu jabeeffatuuf yakka waraanaa raawwatee fi raawwataa jiruun miidhaa olaanaa dhaqqabsiiseera.

    READ MORE
  • SBO ADOOLESSA 31, 2023

    SBO ADOOLESSA 31, 20230

    ODUU, Gdiraa fi roorroon Oromoo irra gahu daran hammaataa, bultii irraa bultiitti cimaa deeme malee waan irraa dhaabbate hin qabu. Malaa fi bifa adda addaan cunqursaa fi saamichi, roorroo fi gidiraan, hidhaa fi ajjechaan raawwatamu guyyuu karaa hundaan daangaa isaa babal’ifataa jiraachuutu argama. Oromoon kana keessummeessaa, sirna PP urursaa haga yoomiitti jiraataan gaaffii dha. Ajjeefamaa, hidhamaa fi mirga mulqamaa jiraachuu aadaa godhatuun, balaa caaluuf of qopheessuu dha. Qophiin keenya dhimma kana irratti fuulleffatu oduutti aanee isinii dhihaata.
    o Dinagdee fi Qabeenya irratti hubannoo ummatni Oromoo qabu maal fakkaata kan jedhu gabroomfattootaan walqabsiisanii ibsa ykn xiinxala gabaabaa Jaal Ayyaanaa Goobanaa Miidiyaa Dhaddacha Oromoo irratti dhiheessan irraa kan arganne kutaa duraa ammoo xumura qophii keenyaa godhannee gama keessaniin geenya.

    READ MORE
  • SBO ADOOLESSA 17, 2023

    SBO ADOOLESSA 17, 20230

    Oduu fi Marii Abbaa Seeraa Godina Qellem Wallaggaa waliin

    READ MORE

Latest Posts

SBO