All Posts

  • 𝐁𝐨𝐨𝐫𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐚?

    𝐁𝐨𝐨𝐫𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐚?0

    Booranni dagatameera; ammoo angafti Oromoo kun dagatamuu hin malle; bor Oromoo hundatu itti sheenawa; Boorana dhumaatii irraa oolchuun dirqama Oromoo hunda ilaallatu ta’uu himte. Dhugaan jirus kanuma.

    READ MORE
  • SBO GURRAANDHALA 19,2023

    SBO GURRAANDHALA 19,20230

    ODUU, Waldhabbii Mana Amantaa Orthodoksii Itophiyaa keessatti uumameen walqabatee, Sinodosiin Oromiyaa dhaabbatuun ni yaadatama. Rakkoo kana furuuf karaa MM Itophiyaa Dr.Abiy Ahmediin araarri dhiibbaan guutame bu’eera jedhamus dubbichi furmaata xumuraa hin arganne. Kana irratti gabaasa BBC irraa arganne qabna. Haalli Beelaa Kibba Oromiyaa Godina Booranaa haalaan hammaateera. kana irratti gaaffii fi deebii Art.Ummuu Booranaa waliin goonee jirra.

    READ MORE
  • <strong>Dhibee Dugdaan qabamee kan dhukkubsataa jiru J/Kennasaa Ayyaanaa Diiskiin Dugdaa miidhamuun barame.</strong>

    Dhibee Dugdaan qabamee kan dhukkubsataa jiru J/Kennasaa Ayyaanaa Diiskiin Dugdaa miidhamuun barame.0

    • ODUU
    • February 17, 2023

    Dhiibbaa Dhiigaa, Sukkaaraa fi Kilostiroliin mana hidhaa keessatti kan hiraaraa jiru Jaal Kennasaan, amma immoo Diiskiin dugdaa rakkoo godhatuun haala hamtuu keessatti waan argamuuf, J/Kennasaan hidhaa irraa ba’ee akka waldhaanamuuf kanneen dhimmi ilaaluu fi hawaasni Oromoo bakka jiru hundaa sagalee ta’uufii akka qabu, sirna PP irratti dhiibbaa akka godhu dhaamsa dabarsina.

    READ MORE

Latest Posts

SBO