Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo
Hongee fi Beela Kibba Oromiyaa, Godina Booranaa
READ MORE
Even if drought is part of the environmental and climate change hazards, it is exacerbated by the war, socio-political and economic conditions. Primarily, it is a strong indicator of government failures.
READ MORE
Hongeen qaama balaa jijjiirama naannoo fi qilleensaan wal qabatu keessaa tokko yoo ta’e iyyuu, rakkoon ammaa kun waraana, sochii hawaasummaa, siyaasaa fi dinagdeetiin daran hammaatee jira. Keessumaa immoo kufaatii mootummaa ifatti kan agarsiisuu dha.
READ MORE
ODUU, Rakkoo uumamaa fi nam-tolcheen lammiileen Oromoo qe’ee fi qabeenya isaanii irraa buqqa’an rakkoo ulfaataa keessa jiru. Dhimmi isaaniis xiyyeeffannaa dhabee jira. Kana irratti waan jennu qabna.
Haala Beelaa Oromiyaa keessaa irrattis kan jennu qabna.
Tigraayiin walqabatee rakkoo Mana Amantaa Orthodoksii Itophiyaa keessatti dhalate ilaalchisuun waan qopheessannes qabna.
READ MORE
Hongee cimaa waggoota sadan darbaniif Godina Booranaatti mudateen qabeenya beeyladaa miliyoona 7.2 keessaa miiliyoona 3.3 kan du’an yoo ta’u, beeyladoota du’an keessaa %85 ammoo loowwan ta’un himameera.
READ MORE