Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo

ODUU, Bitootessa 8 (March 8) Guyyaa Dubartoota Addunyaa ilaalchisee Ijoo Dubbii ABO akkasumas du’aan boqochuu Jaal Damisee Kabbadaa Sardaa irrattis Ijoo Dubbii ABO
READ MORE
Ummanni Oromoo aadaadhaan dubartootaaf kabajaa fi bakka olaanaa qaba.
READ MORE
Jaal Damisee Kabbadaa Sardaa akka mana hidhaatii bahaniin, wayta ABOn EPRDF waliin waliigaltee godhee Mootummaa Cahumsaa keessa yeroo seenu dhaabatti dabalamanii dirqama itti kenname bahachuutti seenan. Akka kanaan kursii mana maree (paarlamaa) ABOf kennametti ABO bakka bu’uun muudaman.
READ MORE
Waldaan Gargaarsa Oromoo ORAn ummata keenya Godina Booranaa Hongee fi Beelaan miidhamaa jiraniif gargaarsa godhe.
READ MORE
ODUU, Du’aan boqochuu Jaal Qannoo Shiboo irratti Ijoo Dubbii ABO fi caaseffama haaraa magaalotaa fi Onoota irratti mootummaan naannoo Oromiyaa diriirse irratti mormii ummataa Gujii keessatti uumamee jiru irratti gaaffii fi deebii jiraataa tokko waliin deemsisame
READ MORE
Bara 2018 wayta Hogganni ABO gara biyyaatti deebi’u, simannaa Jila ABO Onkoloolessa 06,2018 magaalaa D.Doollootti godhame kanneen adda durummaan qindeessaa turan keessaa isaan tokko turan.
READ MORE