Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Dhibdee polotikaa Impaayera Itophiyaa fi Gaanfa Afrikaa mata duree jedhu jalatti dhimmoota adda addaa Itophiyaa ilaallatan, kan haala yeroo of keessaa qaban, addatti haala Oromiyaa fi deemsa qabsoo bilisummaa Oromoo irratti YouTube Channel SNN Jaal Abbaa Caalaa Lataa waliin marii godhee jira. Kutaa jalqabaa marii kanaatu dhihaata.
READ MORE
Waggoota shanan dabran kana, akka waan Oromoon aangoo qabatee jirutti beekaa fi wallaalaa, firaa fi alagaatiin yommuu afarfamu ni dhaga’ama. Kun sababoota lama irraa madduu mala. Sababni duraa, warri sirnicha irraa fayyadamoo tahe sirnichi akka ummata Oromoo irraa deeggarsa argatuuf yaadanii ti. Faayidaa fi aangoo sirnicha irraa argatan tikfachuuf ummata afanfaajjessanii sirna nafxanyaa ammayoomee fi abshaalome jala hiriirsuuf dhama’u.
Sababni biroon, wallaalaa fi hubannoo dhabiinsa irraa taha. Maalummaa sirnaa fi aangoo nam-tokkee beekuu dhabuu irraa waan dhufu taha. Nama tokkicha ykn namoota muraasa aangoo gurguddaa qaban laalanii akka sirnichi kan Oromoo taheetti warra fudhatanii dha. Kun dogoggora guddaa dha.
Gabaasa Jaarmaa Dubartootaa fi Daa’immanii ABO Biyya Alaa kan March 8 Guyyaa dubartootaa kutaa 3ffaa fi xumura
READ MORE
Gaaffii fi Deebii Hoggantoota Waltajjii Marii Oromiyaa Idi Addunyaa waliin godhame kutaa lammaffaa
READ MORE
Seenaan qabsoo bilisummaa Oromoos bara baraan isaan yaadata.
READ MORE
ODUU, Jaarmaa Dubartootaa fi Daa’immanii ABO Biyya Alaa kutaa 2ffaa fi Gaaffii fi Deebii Hoggantoota Waltajjii Marii Oromiyaa Idi Addunyaa waliin godhame kutaa jalqabaa.
READ MORE