All Posts

  • Gootota Wareegamtoota Oromoo

    Gootota Wareegamtoota Oromoo0

    Ebli 15 Guyyaan Yaadannoo Gootota Wareegamtoota Oromoo Bara Baraan Yaadatama!

    Kabajaa fi Ulfinni Gootota Wareegamtoota Keenyaaf!

    READ MORE
  • SBO EBLA 02,2023

    SBO EBLA 02,20230

    Gurmuun jaarmayaalee Oromoo Guutuu Addunyaa 51 of jalatti hammate ibsa Bitootessa 30, 2023 baaseen, dabaa-cubbuu, dhugaa jallisuu, burjaajii uumuu fi seenaa dabsanii akka dantaa isaanii qofa tiksutti dhiyeessuudhaan yakka hamaa leellistoonni sirna Habashaa, hayyoota Amaaraa ofiin jedhan saba Oromoo irratti raawwataa jiran ibsa tibbana baaseen cimsee balaaleffatee jira. Cuunfaa gabaasaa ibsa kanaa qabna.

    Gaaffii fi deebii Waadaa Miidiyaan haala yeroo irratti Obbo Ibsaa Fayyisaa waliin taasise irraa kan fudhanne kutaa lammaffaa

    READ MORE
  • Diraamaa Gamaa fi Gamanaa

    Diraamaa Gamaa fi Gamanaa0

    Dhugaa yo dubbanne Oromoof jijjiiramni sirna PP jalatti dhufe hin jiru.

    READ MORE

Latest Posts

SBO