All Posts

  • SBO EBLA 14,2023

    SBO EBLA 14,20230

    Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo Ebla 15 ilaalchisee Ibsa ABO fi Walaloo guyyaa kana ilaallatu Jaal.Mikaa’el Booranaan arma dura qindaa’e irra deebiin…

    READ MORE
  • Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo Ebla 15 Ilaalchisee Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)

    Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo Ebla 15 Ilaalchisee Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)1

    Har’a illee kaayyoo kanaaf wareegama gugurdaatu kafalamaa jira. Ilmaan Oromoo hedduun qabsoo bilisummaatiif qaamaa hir’atanii, hedduunis maatii fi qabeenya isaanii itti dhabaa jiru. Hogganootaa fi qondaaloti ABO kan keessatti argaman miseensotnii fi sab-boontotni Oromoo kumootaan lakka’aman manneen hidhaa garagaraa keessatti hiraarfamaa jiru.

    READ MORE
  • SBO EBLA 12,2023

    SBO EBLA 12,20230

    ODUU, Mootummaan PP Hogganootaa fi Qondaalota ABO Dabaan Hidhaa Keessatti Gidirsaa Jiru Gadi-dhiisuu Qaba. Ijoo Dubbii ABO, akkasumas Ebla 15 Guyyaa Yaadannoo Gootota Wareegamtoota Oromoo ilaalchisee qophii dhihaatu

    READ MORE

Latest Posts

SBO