All Posts

  • SBO CAAMSAA 03,2023

    SBO CAAMSAA 03,20230

    𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐡𝐢𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐃𝐮𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐚𝐧 𝐝𝐚𝐛𝐚𝐫𝐬𝐚𝐦𝐚𝐧 𝐇𝐨𝐠𝐠𝐚𝐧𝐭𝐨𝐨𝐭𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐐𝐨𝐧𝐝𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐧𝐢 𝐀𝐁𝐎 𝐡𝐚𝐚𝐥𝐥𝐢 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐧 𝐝𝐮𝐫𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚 𝐡𝐚𝐦𝐦𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐭𝐚’𝐮𝐮𝐧 𝐡𝐮𝐛𝐚𝐭𝐚𝐦𝐞.
    Korri ABO kuta kanaadaa magaalaa Torontooti guyyoota sadiif gaggeeffamaa ture milkiin xumurame.

    READ MORE
  • Mana hidhaa Dukamitti kan dabarsaman Hoggantootnii fi Qondaalotni ABO haalli fayyaa isaanii kan duraa irra hammaataa ta’uun hubatame

    Mana hidhaa Dukamitti kan dabarsaman Hoggantootnii fi Qondaalotni ABO haalli fayyaa isaanii kan duraa irra hammaataa ta’uun hubatame0

    Qajeelcha Poolisii Magaalaa Buraayyuutti hidhamanii wayita turan qorra bakkichaa fi haalota adda addaan rakkachaa turuun isaanii gabaafamaa akkuma ture, Dukamittis rakkoo sana irra ulfaataan isaan mudatee akka jirutu hubatame.

    READ MORE
  • SBO EBLA 30, 2023

    SBO EBLA 30, 20230

    Godina Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti ajjechaa, hidhaa, saamichaa fi ummata buqqisuun, akkasumas miidhaaleen garagaraa ummata irra gahu amma illee gudunfaa hin arganne. Waraanni mootummaas, humni faannoos bifa adda addaan godina kana keessatti ummata irraan miidhaa dhaqqabsiisaa jiru. Kana irratti jiraataa Godina Wallagga Bahaa dubbisnee jirra.

    READ MORE

Latest Posts

SBO