Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Guyyaan Yaadannoo Gootota Wareegamtoota Oromoo Edmenten, Kanadaatti Yaadatamee oole
READ MORE
BBC News Afaan Oromoo fi Addis Standard gabaasaalee madaalawoo kan ummata keenyaaf dhiheessaa turanii fi jiran ta’uun kan hin haalamne ta’ullee, Adda Bilisummaa Oromoo ilaalchisuun gabaasni tibbana dhiheessan garuu dogoggorootaan kan guutaman, seenaa dhaabichaa jal’isuu fi waliin dhahuun kan guutaman ta’uutti hubatama.
READ MORE
Oduu, Dhiheenya du’aan kan addunyaa kana irraa boqotan seenaa gabaabaa Jaal Kaffaaloo Bantii, Dinagdee ilaalchisuun hubannaa fi barumsa kan kennu haasaa Jaal Ayyaanaa Goobanaa YouTube Channel Oromiyaa irraa
READ MORE
ODUU, Murtii fi Ibsa Ejjennoo Kora Miseensota ABO Kutaa Kanadaa
Dhimma Oromoo Miidiyaalee irraa – Aaf-gaaffii Waadaa Miidiyaan Dr.Raggaasaa Oljirraa waliin godhe kutaa sadaffaa fi xumura

Dhalootni Eessaa Ka’amee Eessa Akka Ga’ame Beekuu, Bakka Ga’amuuf Akeekkatames Hubachuu dha Qaba!
Dhimma Oromoo Miidiyaalee irraa kan jedhu keessatti Aaf-gaaffii Waadaa Miidiyaan Dr.Raggaasaa Oljirraa waliin godhe kutaa jalqabaa sagantaa keenya darbe keessatti isin dhageessisnee turre itti fufa isaa, kutaa lammaffaatu dhihaata.